Ispoortii
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu hordofee obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa baga gammaddanii dabarsan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii waancaa Afrikaaf darbuu hordofee Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru.
Obbo Tamasgeen Xurunaa ergaa miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa…
Read More...
Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa 2026’f dabarte
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Tapha sadarkaa seekaafaa har’a taphatameen gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Keeniyaa injifachuun waancaa Afrikaaf darbuu mirkaneeffate.
Itiyoophiyaan…
Morkii Waancaa Afrikaaf darbuu fi sadarkaa 3ffaa argachuuf Itiyoophiyaa fi Keeniyaa gidduutti…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) –Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii morkiin Waancaa Afrikaaf darbuu fi sadarkaa 3ffaa argachuuf har'a gita isaa Keeniyaa waliin taasisu ni eegama.
Taphni murteessaan…
Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 23, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 14ffaan tapha har’a Fuulhaam Maanchiister Siitii, Boornimaawuuz ammoo Eevartan keessummeessaniin eegalama.
Har’a halkan sa’aatii 4:30 eegalee Fuulhaam…
Itiyoophiyaa 0 – 3 Ugaandaa
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Taphoota gulaallii waancaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii tapha walakkaa xumuraan Itiyoophiyaan Ugaandaan injifatamte.
Ugaandaan galchii 3 fi 0'n Itiyoophiyaa injifachuun Taanzaaniyaatti aanuun waancaa…
Atileet Geetaanee Moollaan fiigicha guddaa daandirraa Magaalaa Bishooftuu injifate
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) –Atileet Geetaanee Moollaan fiigicha Guddaa Daandiirraa Kiiloomeetira 10 Magaalaa Bishooftuutti gaggeeffame injifate.
Fiigichi kun mata duree ''Guddina Humna Qilleensaaf, humna guutuun na fiiga'' jedhuun…
Waggoota 22 booda waltajjii Waancaa Afrikaatti deebi’uuf falmii guddaa Itiyoophiyaan Ugaandaa…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Qopheessummaa Itiyoophiyaan taphatamaa kan jiru taphoonni gulaalii waancaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa xumuramuuf guyyoota 4 qofatu hafe.
Taphni biyyoota 10 hirmaachise kun Finfinnee fi…