Ispoortii
Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa, Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa irratti hirmaate Finfinnee gale
Finfinnee, Hagayya 6, 2018 (FMC) - Gareen Atileetiksii Itiyoophiyaa, Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa umurii 20 gadii Ameerikaa, Origanitti gaggeeffamaa tureerratti hirmaatan Finfinnee galaniiru.
Itiyoophiyaan shaampiyoonicharratti Meedaaliyaa Warqee 2, Meetii 3 fi Nahasii 1 waliigala meedaaliyaa 6 argachuun addunyaarraa 5ffaa, Afrikaa irraa…
Read More...
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii har’a xumurama
Finfinnee, Hagayya 3, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii , marsaa 21ffaan Ameerikaa, Oriigoniitti gaggeeffamaa jiru, har’a xumura isaa ni argata.
Itiyoophiyaan hanga ammaatti dorgommiiwwan…
Riyaal Maadriid waliigaltee Viniishiyas Juuniyar waliin qabu hanga bara 2032tti dheeresse
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Kilabni Ispeen Riyaal Maadriid taphataa sarara fuulduraa Biraaziil, Viniishiyas Juuniyar waliin waliigaltee qabu hanga Waxabajjii bara 2032tti akka dheeresse ifoomseera.
Viniishiyas Juuniyar umurii…
Mohaammad Saalaan kilaba Turkii Tiraabzonspooritti makame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Taphataan kubbaa miilaa beekamaan biyya Ijipti Mohaammad Saalaan jijjiirraa bilisaan kilaba Turkii Tiraabzonspooritti makameera.
"Mootii Fara'oonotaa" jedhamuun kan beekamu taphataan waggaa 34 kun,…
Dursaan Garee Biyyaalessaa Yuugaandaa Saamtotaan Ajjeefame
Finfinnee, Adoolessa 30, 2018 (FMC) – Dursaan garee biyyaalessaa Yuugaandaa fi taphataan kilaba 'SC Villa', Daviid Owoorii, haleellaa saamtoonni irratti raawwataniin lubbuun isaa darbeera.
Taphataan sarara giddugaleessaa umurii waggaa…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa Umurii Waggaa 20 Gadii 21ffaan har’a jalqabama
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa umurii waggaa 20 gadii marsaa 21ffaan har'a Ameerikaa, Oriigantti ni jalqabama.
Shaampiyoonicharratti atileetonni 1,800 biyyoota 147 irraa dameewwan dorgommii…
Odeeffannoowwan jijjiirraa taphattootaa Liigota Awurooppaa guyyaa har’aa
Kilabni Kaaba Landan Arsenaal jijjiirraa taphataa sarara gidduu Biruunoo Gumaareesh xumuruuf dhiyaachuu ‘The Athletic’ gabaaseera.
Taphataan kun qorannoo fayyaa (medical) gaggeessuuf eeyyama Niwuukaasiil irraa eegaa jira jedhame.…