Ispoortii
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooritaaniyaa yoo injifattu, Iyvoorii Koost Seeraliyoon waliin qixa ba’an
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooriitaaniyaa yoo injifatu Iyvoorii Koost Seeraliyoon waliin Gaambiyaan ammoo Maalii waliin qixa ba'aniiru
Tuuniziyaa 4-0 Mooriitaaniyaa yoo injifattu ,Iyvoorii Koost Seeraliyoon waliin goolii 2 qixa, Maaliin Gaambiyaan…
Read More...
Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Godina Shawaa Kaabaa guyyoota sagaliif gaggeeffamaa ture har’a…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanalee Godina Shawaa Kaabaa kudha sadii fi Bulchiinsa Magaalaa tokko jidduutti gosoota ispoortii aadaa Shaniin guyyoota sagaliif gaggeeffamaa ture har'a xumurameera.…
Imalli lafoo daandirraa diyaaspoorawwan hirmaachise magaalaa Jigjigaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Imalli lafoo daandirraa diyaaspoorawwan hirmaachise naannoo Somaalee magaalaa Jigjigaatti gaggeeffameera.
Waamicha Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fudhachuun dhalattoonni naannoo Somaalee hedduun…
Naayijeeriyaa 3 – 1 Sudaan
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa 33ffaa galgala kana biyyoota ramaddii 'D' Naayijeeriyaa fi Sudaan gidduutti gaggeeffame olaantummaa Naayijeetiyaan xumurame.
Biyyi Afrikaa Lixaa Naayijeeriyaan olaantummaa taphaa…
Magaalaa Finfinneetti dorggommiin Ispoortii Aadaa 12ffaan gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Amajjii 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti dorggommii fi Feestivaalli Ispoortii Aadaa 12ffaan gaggeeffamaa ture guyyaa har’aa xumurame.
Qopheessummaa kutaa magaalaa Araadaatiin kan gaggeeffamaa ture dorggommii fi…
Fiigichi Simannaa diyaaspooraa Magaalaa Adaamaatti gaggeeffama jira
Finfinnee, Amajjii 5, 2014 (FBC) – Fiigichi Simannaa diyaaspooraa Magaalaa Adaamaatti mata duree #No More#' jedhuun geggeeffamaa jira.
Fiigichichi simannaa diyaaspooraa kun fiigicha Kiiloomeetira 10 yoo ta’u miseensa diyaaspooraa kan…
Taphoota waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Maalaawwii fi Moorokoon morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 6, 2014 (FBC) - Taphoota waancaa Afrikaa 33ffaa galgala har'aa gaggeeffameen Maalaawwii fi Moorokoon morkattoota isaanii yoo injifatan, Seeneegaala Giinii waliin qixa baate.
Moorokoon Koomoroos 2 fi 0n, Maalaawwiin…