Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan taphni har’a Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indaartaa waliin taasisu ni eegama

Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaan taphni har’a Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indaartaa waliin taasisu ni eegama. Har’a taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’u, waaree booda sa’aatii 7:00 eegalee Madin Itiyoophiyaan Magaalaa Faasiil waliin taphata. Sa’aatii 9:00 jalqabee Magaalaan…
Read More...