Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Nageellee Arsii 3 – 0 Dirre Dhawaa

Finfinnee, Caamsaa 3, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 31ffaan Nageellee Arsiin Dirre Dhawaa injifachuun morkii waancaa cimsate. Galchiiwwan Daawiit Tafarraa, Daawiit Mallasaa fi Kabbee Buzunaan galchaniin Nageellee Arsiin galchii 3 fi 0’n Magaalaa Dirre Dhawaa injifateera. Tapha biroon Madin…
Read More...

Weest Haam 0 – 1 Arsenaal

Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Arsenaal Weest Haam Yuunaayitidiin galchii 1 fi 0’n injifateera. Bu’aa kana hordofees qabxii isaa gara 79’tti guddifachuun garaagarummaa qabxii Maanchistar…

Barnileey fi Astonviilaan qixa bahan

Finfinnee, Caamsaa 2, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 36ffaan Barnileey fi Astonviilaan galchii 2 fi 2’n qixa bahaniiru. Taphoota sa’aatii walfakkaataa sa’aatii 10:00 irraa eegalee taphatamaniin Nooteenghaam Foorestiifi…