Ispoortii
Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa baatii kanaa jedhame
Finfinnee, Ebla 30, 2018 (FMC) – Leenjisaan Maanchiister Siitii Peeppi Gaardiyoolaan leenjisaa cimaa Piriimeer Liigii baatii kanaa jedhamuun filatame.
Peeppi Gaardiyoolaan taphoota piriimeer liigichaa baatii Eblaa keessa taphate sadi injifateera.
Gama biroon jifataan Notingahaam Fooresti Moorgaan Giibsi Waayit taphataa cimaa baatii kanaa…
Read More...
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG’n xumuraaf darbe
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan PSG'n Baayerni Muunik injifachuun xumuraaf darbeera.
Taphni har'a taphatame galchii 1 qixa yoo xumuramu, PSG'n dhaqaa gala galchii 6 fi 5'n Baayerni Muunik injifachuun…
Walwaaloo Addigiraat 1 – 2 Nageellee Arsii
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaa har'a taphatameen Nageellee Arsiin Yuunivarsiitii Walwaaloo Addigiraat injifateera.
Nageellee Arsiin galchii 2 fi 1’n Yuunivarsiitii…
Buna Sidaamaa 0 – 1 Madin Itiyoophiyaa
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Bunni Sidaamaa Madin Itiyoophiyaan injifatameera.
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa dursaa kan jiru Bunni Sidaamaa Madin Itiyoophiyaan injifatamuun carraa garaagarummaa qabxii Machaal waliin qabu gara 10tti…
Baayerni Muunik vs PSG…
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) – Tapha deebii walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan morkiin har’a Baayerni Muunik PSG waliin taasisu ni eegama.
Taphni marsaa jalqabaa olaantummaa shaampiyoonaa bara darbee PSG’n kan xumurame…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Ebla 28, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 30ffaan har'a taphoonni 3 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee Bunni Sidaamaa Istaasiyeemii Finfinneetti Madin…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Arsenaal tapha xumuraaf darbe
Finfinnee, Ebla 27, 2018 (FMC) – Tapha Walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan halkan kana taphatameen Arsenaal Atileetikoo Maaadriid injifachuun tapha xumuraaf darbe.
Arsenaal tapha deebii har'a taphatameen galchii 1 fi 0'n,…