Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Abbaa fi ilma waancaa addunyaa irratti

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018 (FMC) – Liiliyaan Turaam fi Maarkas Turaam abbaa fi ilma yeroo addaddaatti garee biyyaalessaa Faransaay bakka bu'uun tapha Waancaa Addunyaa irratti taphatanii dha. Gareen biyyaalessaa Faransaay akka lakkoofsa Awurooppaatti bara 1998 yeroo waancaa addunyaa fudhatetti, taphattoota gumaacha guddaa taasisan keessaa…
Read More...

Itiyoophiyaa vs Maalaawwii…

Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Maalaawwii waliin tapha michoomaa Idil Addunyaa ni taphatu. Har’a galgala sa’aatii 12:00 eegalee Istaadiyeemiii Dirre Dhawaatti taphatu.…