Ispoortii
Faasiil 0 – 1 Hadiyyaa Hoosaa’inaa
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Tapha qixxeessituu Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa har’a taphatameen Hadiyyaa Hoosaa’inaan Faasiil injifateera.
Hadiyyaan galchii 1 fi 0’n Faasiil injifateera.
Kana hordofee Faasiil carraa liigicha dursuuf qabu osoo itti hin fayyadamin hafeera.
Bunni Sidaamaa, Magaalaan Hawaasaa fi Nageellee Arsiin…
Read More...
Leenjiifi dorgommiin Ispoortii guddattootaa biyyaalessaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Guraandhala 1, 2018 (FMC) – Leenjiifi dorgommiin Ispoortii guddattootaa biyyaalessaa qopheessummaa Naannoo Oromiyaan Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamuu eegaleera.
Sagantaan baniinsa leenjiifi dorgommii kanaa mata duree “Misooma…
Maanchiister Yuunaayitiid 2 – 0 Tootenhaam
Finfinnee, Amajjii 30 , 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiziin Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam injifate.
Tapha har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee taphatameen Maanchiisteer Yuunaayitiid galchii 2 fi 0'n Tootenhaam…
Morkiin Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam waliin Arsenaal immoo Sandarlaandi waliin taasisan ni…
Finfinnee, Amajjii 30, 2018 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan taphni har'a Maanchiister Yuunaayitiid Tootenhaam waliin, Arsenaal immoo Sandarlaandi waliin taphatan ni akkaan eegama.
Har’a waaree booda sa’aatii…
Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan taphni Liiverpuul Maanchiister Siitii keessummeessu ni…
Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 25ffaan tapha har’a Liidiis Yuunaayitiid Notiingahaam Foresti keessummeessuun eegalama.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee Liidiis Yuunaayitiid Notingahaam…
Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indartaa injifate
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaa har’a taphatameen Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indartaa injifachuun morkii isaa cimsateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 9:00 eegalee…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan taphni har’a Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indaartaa waliin taasisu ni…
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaan taphni har’a Nageellee Arsiin Maqalee 70 Indaartaa waliin taasisu ni eegama.
Har’a taphoonni 4 kan taphataman yoo ta’u, waaree booda sa’aatii…