Fana: At a Speed of Life!

Ispoortii

Itiyoo Elektiriik 0 – 0 Buna Sidaamaa

Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Taphoota CBE piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 19ffaa har’a taphtameen Itiyoo Elektiriik Buna Sidaamaa waliin qixa bahe. Morkiin kilaboota lamaan gidduutti gaggeeffame galchii malee qixaan xumurameera. Bunni Sidaamaa taphoota 3 walitti aansuun qixa bahuu hordofee carraa morkattoota isaarraa hiquuf qabu…
Read More...