Ispoortii
Morkii ijibbaataa Itiyoophiyaa vs Moozaambiik…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaaf darbuuf har'a galgala Moozaambik waliin morkiin taasisu ni eegama.
Waancaa Addunyaa Umurii 17 gadii Kuwaatar qopheessituuf biyyoonni Afrikaa 8 darbuu kan mirkaneeffatan yoo ta'u , biyyoonni 2 har'a galgala mirkaneeffatu.
Hanga…
Read More...
Maanchister Siitiin Peep Gaardiyoolaa waliin adda bahuufi
Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC)- Maanchisteer Siitiin xumura bara dorgomichatti Leenjisaa Peep Gaardiyoolaa waliin akka adda bahu beeksiseera.
lammiin Ispeen Peep Gaardiyoolaan turtii ‘Itihaadi waggootta kudhaniin Waancaa 20…
Kaariik leenjisaa dhaabbii Maanchiister Yuunaayitid ta’uun muudame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid Mikaa’eel Kaariik leenjisaa olaanaa dhaabbii taasisuun muudera.
Kilabichi Mikaa’eel Kaariik hanga bara Faranjootaa 2028tti leenjisaa olaanaa dhaabbii taasisuun muuduu 'Sky…
Bunni Sidaamaa Aarbaa Minci injifachuun imala gara Waancaa cimsate
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 33ffaa har'a taphatameen Bunni Sidaamaa Aarbaa Minci injifachuun imala gara Waancaa cimsateera.
Bunni Sidaamaa taphoota sadi walitti aansuun…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni murteessoon 3 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018 (FMC) –Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 33ffaan har'a taphoonni murteessoon 3 ni taphatamu.
Waaree booda sa'aatii 9:00 eegalee Aarbaa Minci Istaadiyeemii Finfinneetti dursaa liigichaa…
Shaggar 0 – 1 Maqalee 70 Indaartaa
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 33ffaa har’a taphatameen Shaggar Maqalee 70 Indaartaan injifatameera.
Tapha har’a waaree booda 7:00 Istaadiyeemii Finfinneetti taphatameen…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Caamsaa 12, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 33ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu.
Haaluma kanaan waaree booda 7:00 eegalee Shaggar Istaadiyeemii Finfinneetti Maqalee 70 Indaartaa…