Ispoortii Falmii Arsenaali fi Cheelsii … Tsehay Guluma Mar 1, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 22, 2018 (FMC)- Pirimeer liigii Ingiliiz torbee 28ffaan taphni har’a Arsenaalii fi Cheelsii gidduutti taasifamu akkaan eegama. Dursaan liigichaa Arsenaal dursummaa…
Oduu biyya keessaa Waliigalteewwan mallatteeffaman dameelee tumsaa babal’isuuf kan gargaaranii dha –… Yonatan Birhanu Feb 28, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)-Waliigalteewwaan Azerbaajaan waliin mallatteeffaman fuulduratti dameelee tumsaa bal'isuuf kan gargaaran dha jedhan ministirri Dhimma Alaa Dooktar…
Oduu biyya keessaa Damee hubannoo namtolchee irratti waliin hojjechuuf Azerbaajaaniin waliigalleerra – Dooktar… Yonatan Birhanu Feb 28, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Daarikteerri Olaanaan Inistiitiyuutii Hubannoo Namtolchee Dooktar Warquu Gaachanaa, Azerbaajaan waliin hubannoo namtolchee irratti waliin hojjechuuf…
Oduu biyya keessaa Ce’uumsa Hawaas-Dinagdee Qindaa’aa: Akka Waliigaltee Araaraa Magaalaafi Baadiyyaatti Yonatan Birhanu Feb 28, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa imaammataafi tarsiimoo magaalomsuu haaraa naannoo Oromiyaa akkasumas pilaaniiwwan…
Ispoortii Liivarpuul Westihaam Yuunaaytidiin injifate Yonatan Birhanu Feb 28, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Sagantaa Piriimiyar Liigii Ingilaandi torbee 28ffaan Liivarpuul Weestihaam Yunaayitidiin 5fi2'n injifateera. Galgala sa'aatii 12 irratti tapha…
Oduu biyya keessaa Yonatan Birhanu Feb 28, 2026 0 Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad daawwannaa Azerbaajaanitti geggeessaa turan xumuruun gara biyyaatti deebi'an. #PMOEthiopia
Oduu biyya keessaa Adwaan ayyaana injifannoo qabsoo farra kolonummaa cimsee dha – Pirezidaanti Taayyee… Yonatan Birhanu Feb 28, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Adwaan ayyaana injifannoo qabsoo farra kolonummaa cimsee dha jedhan Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaasee. Finfinneetti kan argamu Giddugalli 'Global…
Oduu biyya keessaa Misoomni jireenya namaa irratti jijjiirama hinfidne guutuu ta’uu hindanda’u –… Yonatan Birhanu Feb 28, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2018(FMC)- Misoomni jireenya namaa irratti jijjiirama hinfidne guutuu ta'uu hindanda'u jedhan Kantiibaa Adaanech Abeebee. Giddugalli misooma Ogmmaa fi haaromsa…
Oduu biyya keessaa Giddugalichi leenjitoota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisiise Ayana Dheressa Feb 28, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2018 (FMC) – Giddugalli Haaromsaa fi Misooma Ogummaa Dubartootaa ‘Lanageewaa’ leenjitoota marsaa 4ffaa dameewwan ogummaa garaagaraan leenjisaa ture 909…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni yaadannoo injifannoo Adwaa 130ffaan Ajaja Giddugaleessaa Daaloolitti kabajame Ayana Dheressa Feb 28, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2018 (FMC) – Ayyaanni yaadannoo injifannoo Adwaa 130ffaan Raayyaa Ittisa Biyyaatti Ajaja Giddugaleessaa Daaloolitti kabajameera. Ajajaa Itti aanaan Ajajichaa…