Oromiyaatti qonna Arfaasaa irraa callaan kuntaalli miiliyoonni 380 ol ni eegama- Biiricha
Finfinnee, Hagayya 28, 2018( FMC)- Naannoo Oromiyaatti qonna Arfaasaa irraa callaa kuntaala miiliyoona 300 fi miiliyoona 80 fi kuma 600 ol sassaabuuf hojjetamaa jira jedhan Hogganaan Biiroo…