Ispoortii Gabreel Maartineelii Al Hilaalitti makame Tsehay Guluma Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC)- Kilabni Sa’uud Arabiyaa Al Hilaal, lammii Biraaziil taphataa sarara fuulduraa Arseenaal Gabreel Maartineelii mallatteesifachuu ifoomseera. Al Hilaal…
Oduu biyya keessaa Mootummaan jireenya lammiilee fooyyessuu fi badhaadhina waaraa mirkaneessuu ajandaa isaa duraa… Tsehay Guluma Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC) - Mootummaan jireenya lammiilee fooyyessuu fi badhaadhina waaraa mirkaneessuu ajandaa isaa duraa taasifatee hojjechaa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii…
Biiznasii Magaalichatti Ayyaana bara haaraa sababeeffachuun baazaariin baname Ayana Dheressa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018(FMC)- Biiroon Daldalaa Magaalaa Finfinnee Ayyaana bara haaraa 2019 sababeeffachuun baazaarii ayyaanaa eegalchiiseera. Hogganaa Itti aanaan Biirichaa Tsaggaayee…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee ramaddii barattootaa irratti mul’atan furuuf hojimaanni teeknooloojiin deeggarame… Ayana Dheressa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018(FMC)- Yuuniivarsiitiiwwanitti rakkoolee ramaddiifi jijjiirraa barattootaa irratti mul’atan furuuf bara barnootaa itti aanu irraa eegalee hojimaanni teeknooloojiin…
Oduu biyya keessaa Dhaabbata seenaa misooma Mana jireenyaa jijjiiru… Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Itiyoophiyaan biyyoota guddinni magaalotaa fi lakkoofsi ummataa saffisaan dabalaa keessaa ishee tokkodha. Dhaabbanni ‘The Global Economy’ jedhamu akka gabaaseetti, Itiyoophiyaan biyyoota…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina damee qonnaa Olka’iinsa Itiyoophiyaa mirkaneesse… Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Milkaa’inni Itiyoophiyaan bara baajataa xumurame keessa damee qonnaan galmeessite olka’iinsa biyyattiif agarsiistuudha. Dameen qonnaa bu’uura dinagdee fi jireenya uummata Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii isheen misoomuuf qabdu Ijipti kabajuu qabdi- Tiibor Naaj Ayana Dheressa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018(FMC)- Mirga Itiyoophiyaan qabeenya bishaanii isheen misoomuuf qabdu Ijipti kabajuu qabdi jedhan Afrikaatti Gargaaraan duraanii Dhimmoota Alaa Ameerikaa Tiibor…
Teeknooloojii Qulqullina Neetworkii fi tajaajilaa guddisuuf ni hojjetama – Fireehiwoot Taammiruu Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018 (FMC) – Itiyoo Teeleekoomiin tarsiimoo waggoottan sadan itti aananii keessaa karoora hojii waggaa 2ffaa ifoomseera. Tarsiimichaan lakkoofsa maamiltootaa…
Oduu biyya keessaa Missiraachoo Dooktar Abiy Ahimad… Sifen Megersa Sep 3, 2026 0 Lammiileen Itiyoophiyaa hedduun, keessattuu jiraattoonni magaalaa dhimma mana jireenyaa akka rakkoo ijootti kaasu. Rakkoon kun hanqina dhiyeessii manneen jireenyaa akka uumamu taasisuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qonna Arfaasaa irraa callaan kuntaalli miiliyoonni 380 ol ni eegama- Biiricha Ayana Dheressa Sep 3, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 28, 2018( FMC)- Naannoo Oromiyaatti qonna Arfaasaa irraa callaa kuntaala miiliyoona 300 fi miiliyoona 80 fi kuma 600 ol sassaabuuf hojjetamaa jira jedhan Hogganaan Biiroo…