Ispoortii Maanchister Siitiin Koveentarii Siitii mo’ate Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Sagantaa taphaa torbee 3ffaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Maanchister Siitiin Koveentarii Siitii 1-0’n injifateera. Tapha galgala sa’aatii 11:00…
Oduu biyya keessaa Boru itti yaadanii dhalootaaf bocuun mallattoo mootummaa Ida’amuu ta’eera – TKM Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) — Boru itti yaadanii dhalootaaf bocuun mallattoo mootummaa Ida’amuu ta'eera jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilichi ibsa fuula…
Ispoortii Niiwkaasil Yunaayitidii fi Boornimaawuz qixa ba’an Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Tapha torbee 3ffaa Piriimer Liigii Ingilaandiin Niiwkaasil Yunaayitidii fi Boornimaawuz galchii 2-2’n walqixa xumuraniiru. Tapha har’a sa’aatii 8:30…
Oduu biyya keessaa Itiyoo Telekoom itti-gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahuuf tattaaffii isaa cimsee itti fufa –… Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Itiyoo Telekoom itti-gaafatamummaa hawaasummaa isaa bahuuf hojiiwwan tola ooltummaa hojjetu cimsee akka itti fufu Hojii Raawwachiistuu Olaantuun…
Oduu biyya keessaa Yuunivarsiitiin Haraambee barattoota kuma 2 fi 800 ol eebbisiise Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Haraambee barattoota marsa 25ffaaf ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 2nfi 887 har'a eebbisiiseera. Eebbifamtoonni kunniin damee…
Oduu biyya keessaa Damee Tuurizimii Waggoota Shanan Darban keessa… Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018 (FMC) – Waggoota shanan darban keessatti dameen turizimii Itiyoophiyaa milkaa’ina baay'inaa fi gosaan galmeessuun, sochii idilee irraa gara maddoota galii…
Oduu biyya keessaa Tajaajilii giddugala tokkoo masoob naannoo hundaattii egalamee jira – Dooktar Makuriyaa… Yonatan Birhanu Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC) - Tajaajilii giddugala tokkoo masoob naannoo hundaattii egalamee jira jedhan Komiishineerri Komiishinii Siivil Sarvisii Federaalaa - Dooktar Makuriyaa…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni hojii mana marichaa kan argame tattaaffii hojjettoota hundaani- Obbo Taaggasaa Caafoo Ayana Dheressa Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Waggoottan shanan darban keessa hojiileen Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa kan milkaa’an tattaaffii hojjettoota hundaani jedhan Af-Yaa’iin mana marichaa…
Ispoortii Piriimer Liigii Inigilaandiin har’a taphoonni 7 ni taphatamu Ayana Dheressa Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Tapha Piriimer Liigii Inigilaand torbee 3ffaan har’a taphoonni 7 ni taphatamu. Galgala sa’aatii 11:00 irraa eegalee Maanchistar Siitiifi Koovantirii…
Biiznasii Meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 500 fi miiliyoona 51 ol to’ataman Ayana Dheressa Sep 5, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2018(FMC)- Torban tokko keessatti meeshaaleen koontiroobaandii Birrii miiliyoona 500 fi miiliyoona 51 fi kuma 500 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhe Komishiniin…