Oduu biyya keessaa Waltajjiin Fooramii Xaanaa Baahir Daar xumurame Yonatan Birhanu Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 14, 2018 (FMC)- Fooramiin Xaanaa 11ffaan Baahir Daaritti geggeeffame milkaa'inaan xumurameera jedhe Qajeelchi Waligalaa Olaanaan Poolisii Amaaraa. Ajajaan…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Tuurizimii sagantaa Imalli gara Biyyaatti jedhu ifoomse Yonatan Birhanu Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkoloolessa 14, 2018 (FMC)- Ministeerri Tuurizimii dhalattoota Itiyoophiyaa gara biyya alaatti guddifachaan fudhatamaniif sagantaa "Imalli gara biyyaatti" jedhu qopheesseera.…
Teeknooloojii Sosochiin addaa waraqaa eenyummeessa biyyaalessaa eegalame Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Sosochiin addaa waraqaa eenyummeessa biyyaalessaa guyyoota sadiif turu eegalame. Sosochiin har’a eegale kun lakkoofsa galmooftootaa haala addaan…
Oduu biyya keessaa Sassaabbii qonna gannaafi qophii qonna bonaaf xiyyeeffannoon kennamee jira – BKO Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Sassaabbii qonna gannaafi qophii qonna bonaaf xiyyeeffannoon kennamee hejjetamaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa. Oomishaafi…
Oduu biyya keessaa Baankichi Itti fayyadama Herrega Baankii dhuunfaafi Qaama 3ffaa ilaalchisuun qajeelfama dabarse Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Itti fayyadama Herrega Baankii dhuunfaafi Qaama 3ffaa ilaalchisee qajeelfama cimaa ta’e dabarse. Maamiltoonni…
Oduu biyya keessaa Faanaa Miidiyaa Korporeshiniif beekamtiin kenname Yonatan Birhanu Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Manni Maree Daldalaa Magaalaa Finfinnee hojiilee Dokumeentarii, oduu fi sagantaalee adda addaa Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin ihojjeteef beekamtii…
Oduu biyya keessaa Magaalichaatti gaaffilee bu’uuraalee misoomaa deebisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Bulchiinsi Magaalaa Shaggar gaaffilee bu’uuraalee misoomaa deebisuuf xiyyeeffannoon hojjechaan jira jedhe. Pirojektoota daandiiwwan adda addaa…
Oduu biyya keessaa Kurmaana jalqabaatti dameelee hundaan bu’aan qabatamaan galmaa’e – Dooktar Fitsuum… Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Kurmaana jalqabaatti dameelee hundaan bu'aan qabatamaan galmaa'eera jedhan Ministirri Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaan. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Paartiin Diimokiraatawaa Tigraay Simrat yaa’ii gaggeessaa jira Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Paartiin Diimokiraatawaa Tigraay Simrat yaa’ii hundeeffamaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaa jira. Birmadummaa ummata Tigraay eeguuf hojjechuu…
Oduu biyya keessaa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin bifa Magaalaa Finfinnee beeksisuu keessatti gahee olaanaa bahateera –… Sifen Megersa Oct 24, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin Biiroo Kominikeeshinii magaalaa Finfinnee waliin tumsaan hojjechuuf waliigale. Hoggantoonni biiricha har’a Faanaa…