Milkaa’ina jijjiiramaan argaman itti fufsiisuuf hiriirri deeggarsa Finfinneetti gaggeeffamaa…
Finfinnee, Bitootessa 28, 2016 (FBC)-Milkaa'ina jijjiiramaan argaman itti fufsiisuuf kan kaayyeffate hiriirri deeggarsa Magaalaa Finfinnee Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffamaa jira.…