Ispoortii Taphni Maanchistar Siitiifi Liidsi Yuunaaytid ni eegama Ayana Dheressa Feb 28, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2018 (FMC) – Piriimer Liigii Ingiliz torbee 28ffaan Maanchistar Siitiin garaagarummaa qabxii dursaa liigichaa Arsenaal waliin qabu dhiphisuuf Liidsi Yuunaayiti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Azarbaajaanitti Ejensii kalaqa hawaasummaa fi tajaajila ummataa daawwatan Sifen Megersa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Azarbaajaanitti Ejensii kalaqaa hawaasummaa fi tajaajila ummataa(ASAN) daawwataniiru. Daawwannichi…
Ispoortii Piriimeer Ingiliiziin har’a Woolviis Astoon Viilaa keessummeessa Sifen Megersa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 28ffaan tapha har’a Woolviis Astoon Viilaa keessummeessuun eegalamu. Piriimeer Liigichaan sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Waltajjii Faanaa… Sifen Megersa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Waltajjii walfalmii paartilee siyaasaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniin. Paartileen siyaasaa filannoo waliigalaa 7ffaarratti dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Obboleewwan lameen Waltajjii falmii Faanaa irratti… Ayana Dheressa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Hikmaa Kayiraddiin fi Nabiihaa Mahaammad jedhamu. Obboleewwan ilmaan haadha tokkoo ta’an kunneen ilaalcha siyaasaa garaagaraa hordofu. Aadde…
Oduu biyya keessaa Nageenya waaressuun hirmaannaa qaamolee hundaa gaafata – Kantibaa Adaanech Abeebee Sifen Megersa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Nageenya waaressuun hirmaannaa qaamolee hundaa gaafata jedhan Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen. Mariin waloo nageenyaa sadarkaa…
Ispoortii Ramaddiin moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome Sifen Megersa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Ramaddii moo’atanii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan Maanchiister Siitiin Riyaal Maadriid waliin ramadame. Ramaddii har’a ifoomeen:- PSG…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaa fi Azarbaajaan dameewwan garaagaraan tumsaan hojjechuuf waliigalan Tsehay Guluma Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018, (FMC)- Itiyoophiyaa fi Azarbaajaan dameewwan garaagaraan waloon hojjechuuf Sanadoota waliigaltee mallatteessaniiru. Mariin Azarbaajaan Baakuu Masara…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad simannaa kabajaafi ho’aa Azarbaajaanitti taasifameefiif galateeffatan Ayana Dheressa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa kabajaafi ho’aa Pirezidaantiin Azarbaajaan Ilihaam Aliiyeev taasisaniif galateeffataniiru.…
Oduu biyya keessaa Tumsa hundagaleessa Itiyoo- Azarbaajaan guddachaa dhufe… Ayana Dheressa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Hariiroon dippiloomaasii Itiyoophiyaafi Azarbaajaan bara faranjootaa 1992 eegale. Hariiroon kun yeroo ammaa boqonnaa haaraarra gaheera.…