Oduu biyya keessaa Qilleensa nagaa Uummata Tigraayiif bubbisuu eegale Yonatan Birhanu Oct 15, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 5, 2019(FMC) - Humni badii, murni cunqursaa ABUT ergamtoota farreen nageenyaa biyya keessaa fi seenaa keessatti diinota Itiyoophiyaa kanneen ta’an waliin qindoomuun…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa yaadota murtoo garaagaraa qorachuun raggaasise Tsehay Guluma Oct 15, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2019 (FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa yaadota murtoo garaagaraa dhiyaatan qorachuun raggaasiseera. Manni Marichaa yaa’ii idilee 3ffaa bara hojii 1ffaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan hubannoo namtolchee qaama tarsiimoo misoomaa taasisuun hojjechaa jirti Ayana Dheressa Oct 15, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 5, 2019(FMC)- Itiyoophiyaan ce’umsa diijitaalaafi hubannoo namtolchee qaama tarsiimoo misoomaa taasisuun hojjechaa jirti jedhan Ministir Deetaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Abbummaa qabiyyee lafaa dubartootaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira- Ministeera Qonnaa Ayana Dheressa Oct 15, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 5, 2019(FMC)- Abbummaa qabiyyee lafaa dubartootaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Qonnaa. Guyyaan Qonnaan Bultootaafi…
Biiznasii Finfinneen Agarsiisa Turizimii “MICE” Ameerikaatti Qophaa’e Irratti Hirmaachaa… Yonatan Birhanu Oct 15, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 5, 2019 (FMC) — Magaalaan Finfinnee yeroo jalqabaaf Agarsiisa Turizimii MICE, “IMEX America 2026” Ameerikaa, Laas Veegaas, Naavaadaatti geggeeffamaa jiru irratti…
Oduu biyya keessaa Harariitti gamaaggamni raawwii Mootummaa fi Paartii gaggeeffamuu eegale Tsehay Guluma Oct 15, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2019 (FMC)- Naannoo Harariitti gamaaggamni raawwii Mootummaa fi Paartii kurmaana jalqabaa bakka Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ordiin Badrii argamanitti…
Ispoortii Gareen Ogeessotaa CAF Gaaffii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa Keessummeessuuf Dhiyeessite Madaaluuf… Yonatan Birhanu Oct 15, 2026 0 Finfinnee, Onkoloolessa 5, 2019 (FMC) — Gaaffii Itiyoophiyaan Waancaa Afrikaa keessummeessuuf dhiyeessiteefi qophii taasisaa jirtu madaaluuf gareen ogeessota olaanoo Konfedereeshinii Kubbaa…
Teeknooloojii Hojiin Diijitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuu cimee itti fufa – Fireehiwaat Taammiruu Sifen Megersa Oct 14, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2019 (FMC) –Hammattummaa diijitaalaa babal’isuun hojiin Diijitaal Itiyoophiyaa dhugoomsuu cimee itti fufa jedhan Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi…
Oduu biyya keessaa Garee abjuu dukkanaa, yaada ifaa arguu hin dandeenye: ABUT Sifen Megersa Oct 14, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2019 (FMC) – Murni ABUT aangoo mootummaa erga dhabee booda siyaasaa diigumsaa fi shira hordofaa tureen biyyattii yaaddoo nageenyaa guddaaf saaxileera. Gareen…
Ispoortii Gareen Kubba Miilaa Biyyalessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii tapha walakkaa xumuraaf darbe Sifen Megersa Oct 14, 2026 0 Finfinnee, Onkololeessa 4, 2019 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Afrikaa Zoonii Seekaafaa ramaddii 2ffaan Gareen Kubba Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa…