Nageenyi Magaalattii akka mirkanaa’uuf gaheen Miseensota Raayyaa Nageenyaa olaana ta’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 25, 2016 (FBC)- Nageenyi Magaalaa Finfinnee akka mirkanaa’uuf miseensonni raayyaa Nageenyaa gaheen bahatan olaanaa ta’uun ibsame.
Finfinneetti ayyaanotaa amantaa…