Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa Oromiyaa Magaalaa Amboorratti agarsiifni Aadaa godinaalee Oromiyaa…
Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa Oromiyaa 29ffaa fi Feestivaala 16ffaa Magaalaa Amboorratti gaggeeffamaa jirurratti agarsiifni Aadaa godinaalee dhiyaateera.…