Qorannoo raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2016, guyyoota afran darbaniif taasisaa turre har’a…
Finfinnee, Amajjii 21, 2016 (FBC) – Qorannoon raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2016, guyyoota afran darbaniif taasifamaa ture goolabamuu Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo…