Ispoortii Keeppiverdeen Nuusa Xumuraaf darbite Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Tapha Waancaa Afrikaan Keeppiverdeen Mooritaaniyaa injifachuun tapha nuusa xumuraaf darbiteetti. Tapha mo’atanii darbuu biyyoota lameen gidduutti…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarqi Bahaa fi Kibbaa Afrikaatti Daayrektara UNICEF waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudeen Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Bahaa fi Kibba Afrikaatti Daayrektara Dhaabbata Deeggarsa Daa’immanii…
Oduu biyya keessaa Itiyoo-Teleekoom Hararii fi Haramaayaatti Neetworkii dhaloota 5ffaa eegalchiise Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Itiyoo-Teleekoom Magaalaa Hararii fi Magaalaa Haramaayaatti tajaajila Neetworkii Dhaloota 5ffaa (5G) eegalchiise. Sirni tajaajilicha eegalchiisuuratti…
Oduu biyya keessaa MM Dooktar Abiy Daayrektara IMF waliin mari’atan Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii Xaaliyaanii-Afrikaa cinaatti Daayrektara Dhaabbata Maallaqaa Addunyaa (IMF) Kiristaaliinaa Joorjiyeevaa…
Oduu biyya keessaa Embaasiin Faransaay Biiroo Barnootaa Oromiyaaf Kitaabota 968 deeggarsa taasise Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Embaasiin Faransaay kitaabota Afaan Faransaayiin qophaa'an, barattoota manneen barnootaa Bultii Addaa fi Manneen Barnoota Addaa Afaan Faransaay barataniif…
Ispoortii Tapha ijibbaachisaa har’aa Seneegaalii fi Kootdivaar gidduutti gaggeeffamu Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Tapha Waancaa Afrikaa galgala har'aan taphi ijibbaachisaan Seneegaal Saadiyoo Maanee qabattee fi Kootdiivaar qopheessituu Waancichaa gidduutti gaggeeffamaa…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenyaafi tasgabbii naannichaa mirkaneessuuf ciminaan hojjechaa jira… Sifen Megersa Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Biiroon Bulchiinsaaf Nageenyaa oromiyaa haala yeroo ilaalchisee ibsa kenneera. Mootummaan Naannoo Oromiyaa nageenyaafi tasgabbii naannichaa…
Oduu biyya keessaa Karoora waloon misoomuu Itiyoophiyaa biyyoonni deeggaruu qabu-Ambaasaaddaroota Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)- Karoora waloon misoomuu Itiyoophiyaa biyyoonni deeggaruu qabu malee irraa mormu akka hinqabne biyyoota garaagaraatti Ambaasaddaroonni Itiyoophiyaa ibsan.…
Biiznasii Warshaa oomisha talaallii Doolara miiliyoona 70’n ijaaramuuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame Debela Tadesse Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC)-Warshaa Oomisha talaallii Doolaara miiliyoona 70’n ijaaruuf Paarkii Indaastirii Qilinxootti dhagaan bu’uuraa kaa’ame. Saganticharratti Walitti Qabduun…
Idil Addunyaa Warraaksi Maawu Maawu Mootummaa Ingiliiz beenyaa Doolaara Tiriiliyoona 2.2 gaafate Sifen Megersa Jan 29, 2024 0 Finfinnee, Amajjii 20, 2016 (FBC) – Warraaksii Maawu Maawu Keeniyaa miidhaa Mootummaan Ingiliiz waayita bittaa kolonii raawwateef beenyaa Doolaara Tiriiliyoona 2.2 gaafateera. Fincilli…