Oduu biyya keessaa Haala Roobaa guyyoottan kurnan itti aananii… Sifen Megersa Jun 12, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Guyyoota kurnan itti aanan keessa kutaalee Kibbaa fi Kibbi bahaa rooba xiqqaa hanga Giddugaleessaa ni argatu jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa…
Oduu biyya keessaa Daangaawwan walitti hidhamiinsa naannawaaf riqicha ta’uun tajaajluu qabu- Dooktar Qana’aa Yaadataa Ayana Dheressa Jun 12, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Daangaawwan walitti hidhamiinsa naannawaaf riqicha ta’uun tajaajluu qabu jedhan Ministir Deetaan Gorsaa Dhimmoota Nageenyaa Ministira Muummee Dooktar…
Oduu biyya keessaa Riifoormiin qophaa’ummaa waraanaafi waliingahiinsa fayyaa raayyichaa guddisuuf dandeessisu… Ayana Dheressa Jun 12, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Qophaa’ummaa waraanaa raayyichaa mirkaneessuuf riifoormiin hunda galeessi tajaajila fayyaa teeknooloojiin deeggarame kennuuf dandeessisu taasifameera…
Oduu biyya keessaa Sagantaan eegalchiisa dorgommii qorannoo fi teeknooloojii Idil Addunyaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 12, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2018 (FMC) - Inistitiyuutiin Teekinikaa fi Ogummaa Itiyoophiyaa Sagantaa eegalchiisa dorgommii qorannoo fi teeknooloojii Idil Addunyaa gaggeessaa jira.…
Idil Addunyaa Haleellaa kamiifiyyuu deebii quubsaa laachuuf qophummaa gahaa qabna – Iraan Sifen Megersa Jun 12, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Haleellaa kamiifiyyuu deebii quubsaa ta’e laachuuf qophummaa gahaa qabna jedhe Waraanni Eegdoota Warraaksa Islaamummaa Iraan. Tilmaama dogoggoraa…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 89 olitti tilmaamaman to’ataman Ayana Dheressa Jun 12, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Komishiniin Gumruukaa meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 89 olitti tilmaamaman to’atamaniiru jedhe. Kanneen keessaa…
Oduu biyya keessaa Paartiin mootummaa hundeessu fedhii uummataa guutuuf hojjechuu qaba- Jiraattota magaalichaa Ayana Dheressa Jun 12, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Paartiin filannoo injifachuun mootummaa hundeessu fedhii uummata isa filatee guutuuf hojjechuu qaba jedhan jiraattonni magaalaa Finfinnee.…
Ispoortii Waancaa Addunyaan har’a Kaanaadaan Boosiniyaa waliin taphatti Sifen Megersa Jun 12, 2026 0 Finfinnee,Waxabajjii 5, 2018 (FMC) – Taphoota Waancaa Addunyaa 23ffaan oolmaa guyyaa 2ffaan har’a Kaanaadaan Boosiniyaa waliin taphatti. Taphni kun har’a halkan sa’aatii 4:00 eegalee…
Oduu biyya keessaa Bu’aawwan Naannoolee Filannoo kuma 1 fi 131 Gara Gidduugala Mirkaneessaa ga’an Yonatan Birhanu Jun 11, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2018 (FMC) - Bu’aawwan Naannoolee filannoo kuma 1 fi 139 keessaa kumni 1 fi 131 gara gidduugala mirkaneessaa ga'aniiru jedhan Walitti-qabduun Boordii Filannoo…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Gidduugala Tokkoo Masob Magaalaa Naqamtee Eebbifame Yonatan Birhanu Jun 11, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 4, 2018 (FMC) – Tajaajilli Gidduugala Tokkoo Masob Magaalaa Naqamtee har'a eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta'eera. Kantiibaan magaalaa Naqamtee Obbo Masarat Haayiluu…