Oduu biyya keessaa Irreechi aadaa addunyaa ta’e – obbo Alamaayyoo Asaffaa Yonatan Birhanu Oct 5, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 25,2018 (FMC) - Ayyaanni Irreechaa kan Oromoo ta’uu irra darbee aadaa uummata addunyaa ta’aa jira jedhan kantiibaan magaalaa bidhooftuu obbo Alamaayyoo Asaffaa. Obbo…
Oduu biyya keessaa Irreecha Hora Harsadee ulfoo keessanitti ulfina waan hortaniif galatoomaa – Pirezidaanti… Yonatan Birhanu Oct 5, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2015 (FMC) – Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo shimallis Abdiisaa Irreechi Hora Harsadee karaa ulfinaa fi dudha isaa eegeen akka kabajamuu ga’ee…
Oduu biyya keessaa Haalli mijataan uumame Irreechi Hora Harsadee duudhaa isaa eegee akka kabajamu gargaare –… Yonatan Birhanu Oct 5, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 25, 2018(FMC)- Haalli mijataan uumame Irreechi Hora Harsadee duudhaa isaa eegee bifa miidhagaa fi hawwataa ta'een akka kabajamu gargaare jedhan hirmaattonni. Hojiileen…
Oduu biyya keessaa Sirni Irreechaa Harsadee haala ho’aa ta’een kabajameera Yonatan Birhanu Oct 5, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 25. 2018(FMC) - Sirni irreeffannaa Irreecha Malkaa Harsadee eebba Abbootii Malkaa fi Abbootii Gadaan eegalamuun Abbootiin Gadaa fi abbootiin Malkaa eebbaan Malkaa erga…
Oduu biyya keessaa Bishooftuun Ayyaana Irreechaa Harsadee kabajuuf qophii xumuruun keessummoota simatteetti Ayana Dheressa Oct 4, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Bishooftuu obbo Alamaayyoo Asaffaa Bishooftuun Ayyaana Irreechaa Harsadee bara kanaa kabajuuf qophii xumuruun keessummoota…
Ispoortii Arsenaaliifi Maanchistar Yuunaayitid morkattoota isaanii injifatan Ayana Dheressa Oct 4, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 7ffaan Arsenaaliifi Maanchister Yuunaayitid qabxii walfakkaataa goolii 2 fi 0’n morkattoota isaanii injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Duudhaalee Irreechaa beeksisuu keessatti Faanaa Miidiyaa Korporeeshin gahee olaanaa bahateera Ayana Dheressa Oct 4, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Duudhaaleen Irreechaa sabaafi sablammoota keessatti akka dagaagu taasisuu keessatti Faanaa Miidiyaa Korporeeshin gahee olaanaa bahateera jedhan Hogganaan…
Oduu biyya keessaa Miidiyaan misooma babal’isuu, jaalalaafi obbolummaa cimsuu keessatti shoora olaanaa qaba- Obbo… Ayana Dheressa Oct 4, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Miidiyaan misooma babal'isuu, jaalalaafi obbolummaa cimsuu keessatti shoora olaanaa qaba jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Korporeeshin…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 7ffaan falmii hawwiin eegamu tapha Cheelsiin Liiverpuul… Sifen Megersa Oct 4, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC) – Har’a Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 7ffaan tapha hawwiin eegamu falmii Cheelsii fi Liiverpuul gidduutti gaggeeffamu. Har’a sa’aatii 8:30 jalqabee…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee haala ho’aa ta’een kabajamuun xumurame- Aadde Adaanech Abeebee Ayana Dheressa Oct 4, 2025 0 Finfinnee, Fulbaana 24, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaanni Irreechaa Hora Finfinnee bara kanaa haala ho’aa ta’een kabajamuun xumurameera jedhan.…