Qaama miidhamtoonni filannoo waliigalaa 7ffaa keessatti hirmaannaa guddaa taasisaniiru –…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Qaama miidhamtoonni filannoo waliigalaa 7ffaa keessatti kan yeroo kamiiyyuu caalaa hirmaannaa guddaa taasisaniiru jedhe Federeeshiniin Waldaa Qaama…
Dhaabbileen amantaa giddugala ajandaa siyaasaa kamiiyyuu ta’uu hin qaban – Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Dhaabbileen amantaa biyyattii giddugala ajandaa siyaasaa kamiiyyuu ta’uu hin qaban jedhe Ministeerri Nageenyaa.
Ministirri Ministeera Nageenyaa obbo…
Fiigicha walakkaa Maaraatoonii Atileetoota 638 hirmaachisu…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Fiigichi walakkaa Maaraatoonii Itiyoophiyaa 19ffaan Atileetoota 638 hirmaachisu guyyaa boruu Finfinneetti gaggeeffama.
Fiigicha ka’umsaa fi xumura isaa…
Itiyoophiyaa vs Maalaawwii…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Maalaawwii waliin tapha michoomaa Idil Addunyaa ni taphatu.
Har’a galgala sa’aatii 12:00…
Diinoonni keessaa fi alaa yaaliin adeemsa filannoo gufachiisuuf taasisan fashalaa’e – Ministeera…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Diinoonni keessaa fi alaa yaaliin adeemsa filannoo gufachiisuuf taasisaa turan qindoomina ummataa fi qaamolee nageenyaan fashalaa’eera jedhe Ministeerri…
Kaabineen magaalaa Finfinnee murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 11ffaa waggaa 5ffaa taa’een ajandaalee garaagaraa irratti murtoo dabarseera.
Kaabineen…
Waajjirri Ministira Muummee haala waqtaawaa irratti ibsa kenne
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Waajjirri Ministira Muummee haala waqtaawaa irratti ibsa kenneera.
Guutuun ibsichaa akka itti aanutti dhiyaateera.
Caamsaa 24, 2018 obboroo…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Giddugala qorannoo Fooransikiifi Sirna Summii eebbisan
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018(FMC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Hospitaala Minilik II’tti Giddugala qorannoo Fooransikiifi Sirna Summii eebbisaniiru.
Aadde…
Laamiin Yaamaal taphataa cimaa Laaligaa Ispeen jedhame
Finfinnee, Caamsaa 28, 2018 (FMC) – Laamiin Yaamaal taphataa cimaa Laaligaa Ispeen bara 2025/26 jedhamuun filatame.
Taphaataan sarara fuulduraa Baarseloonaa dargageessi umrii waggaa 18…