Biiznasii Yaadachiisa Baankii Biyyaalessaarraa kenname Sifen Megersa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa dhaabbilee Maallaqa daddabarsuuf eeyyama hin qabnee fi sharafa alaa karaa seeraan alaa raawwatamu ilaalchisee ibsa…
Oduu biyya keessaa Qonna Jallisii naannoo Somaalee guddachaa dhufe… Sifen Megersa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Naannoo Somaaleetti qonni jallisii bonee guddachaa dhufeera jedhe naannichi. Misoomni jallisii yeroo dhiyoo as guddachaa dhufeera jedhan Itti Aanaan…
Oduu biyya keessaa Hojiin eegumsa biyyee fi Bishaanii naannichatti hojjetame bu’aa qabatamaa fide – obbo… Yonatan Birhanu Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018(FMC) - Naannoo Amaaraatti hojiin eegumsa biyyee fi bishaanii hojjetamaa jiru bu'aa qabatamaa fideera jedhan Pirezidaantiin naannichaa obbo Araggaa Kabbadaa.…
Oduu biyya keessaa Cabiinsa diinagdeerraa gara dandamachuutti Ayana Dheressa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Fooyya’iinsa diinagdee gooroo guutuun dameewwan garaagaraan bu’aawwan qabatamaafi guddina waaraa galmeesse jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.…
Idil Addunyaa Iraaq Qorrii fi Cabbii hamaan mudate Sifen Megersa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Kaaba Iraaq bulchiinsa Eerbiilitti Cabbii cimaan roobe miidhaa olaanaa qaqqabsiisuu gabaafame. Cabbii cimaa roobeen namoonni 19 achi buuteen isaanii…
Uncategorized Inisheetiiviin misooma qamadii inisheetiivii badhaadhina maatii qabatamaan mirkaneessaa jira –… Sifen Megersa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Inisheetiiviin misooma qamadii inisheetiivii badhaadhina maatii qabatamaan mirkaneessaa jira jedhe Biiroon Qonnaa Oromiyaa. Jilli Hoogganaa Biiroo Qonnaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen pirojektoota dhaabbilee Poolisii 32 eebbisiisan Ayana Dheressa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen dhaabbilee Poolisii fi Ittisa Balaa Ibiddaa haaraa ijaarsi isaanii xumurame 32 eebbisiisaniiru.…
Fayyaa Waliingahiinsa talaallii saffisiisuuf … Ayana Dheressa Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Waliingahiinsa tajaajila talaallii saffisiisuuf hundi gaheesaa bahachuu qaba jedhe Ministeerri Fayyaa. Ministeerichatti Hogganaan Deeskii Tajaajila…
Ispoortii Waancaa Afrikaan har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu Tsehay Guluma Dec 29, 2025 0 Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) – Waancaa Afrikaa 35ffaa Moorookootti taphatamaa jiruun har’a taphoonni ramaddii xumuraa 4 ni taphatamu. Galgala sa’aatii 1:00 jalqabee Afrikaan Kibbaa…
Oduu biyya keessaa Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota tajaajila hundagaleessa hawaasaaf kennan Sifen Megersa Dec 28, 2025 0 Finfinnee, Mudde 19, 2018 (FMC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Kutaa Magaalaa Lammii Kuraatti pirojektoota hawaasa naannawa Marii Looqeef tajaajila hundagaleessa…