Idil Addunyaa Pireezidaantiin Chaayinaa Kooriyaa Kaabaa galan Sifen Megersa Jun 8, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Chaayinaa Shii Jiinpiingi waggoota 7 booda daawwaannaa hojiif Kooriyaa Kaabaa dhaqan. Pireezidaanti Shii Jiinpiingi gita isaanii…
Oduu biyya keessaa Gareewwan hidhatanii socho’an waliin hariiroo hin qabnu- ONLF Ayana Dheressa Jun 8, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Gareewwan hidhatanii socho’an waliin hariiroo hin qabnu jedhe Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen. ONLF ibsa baaseen karaa nagaan akka socho’u…
Ispoortii Obbolaa lamaan Tiyoo fi Lukaas Hernandeez garee biyaalessaa Faransaay keessatti Yonatan Birhanu Jun 8, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Lukaas Hernandeez fi Tiyoo Hernandeez obbolaa kilaboota Awurooppaa fi garee biyyaalessaa Faransaay keessatti milkaa'an keessaa isaan adda dureedha.…
Oduu biyya keessaa Milkaa’inni badhaadhina waliigalaa Itiyoophiyaa cimee ityi fufa – Obbo Adam Faaraah Yonatan Birhanu Jun 7, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2018(FMC) - Diimokraasii dhugaa misoomaa fi nageenya waliin qindeessuudhaan, mirkaneessi milkaa'inni badhaadhina waliigalaa Itoophiyaa cimee akka itti fufu…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa biyyaa kabachiisuuf wareegama kamiinuu kaffaluuf qophiidha- Eebbifamtoota qondaaltota… Ayana Dheressa Jun 7, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2018 (FMC) – Ogummaa loltummaa ammayyaa horataniin birmadummaafi kabaja biyyaa kabachiisuuf wareegama kamiinuu kaffaluuf qophiidha jedhan eebbifamtoonni qondaaltota…
Oduu biyya keessaa Filannoo Waliigalaa 7ffaan dubartoonni mirga diimokiraasii isaaniitti fayyadamuun dammaqinaan… Ayana Dheressa Jun 7, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaan dubartoonni mirga diimokiraasii isaaniitti fayyadamuun dammaqinaan hirmaataniiru jedhan Pirezidaantiin Waldaa Dubartootaa…
Ispoortii Atileet Geetaachoo Maasrashaafi Atileet Massalach Alamaayyoo dorgommii walakkaa Maaraatoonii… Ayana Dheressa Jun 7, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2018 (FMC) – Atileet Geetaachoo Maasrashaafi Atileet Massalach Alamaayyoo dorgommii walakkaa Maaraatoonii Itiyoophiyaa 19ffaa Finfinneetti gaggeeffame injifataniiru.…
Oduu biyya keessaa Komiiwwan seeraa fi hojimaata bu’uureffachuun qoratamanii deebiin kennamaafii jira –… Yonatan Birhanu Jun 6, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2018 (FMC) – Adeemsa filannoo guutuu 7ffaa keessatti komiiwwan mudatan seeraa fi hojimaata dhaabbatichaa bu'uureffachuun qoratamanii deebiin kennamaafii jiraachuu…
Oduu biyya keessaa Bu’aawwan filannoo naannoolee filannoo qaqqabaniiru – Boordicha Yonatan Birhanu Jun 6, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2018(FMC) - Bu'aawwan filannoo waliigalaa 7ffaa guutummaatti buufataalee filannoo irraa gara naannoolee filannootti galii ta'aniiru jedhe Boordiin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Pirojeektonni Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin wixinaman eegumsa naannoof gumaacha guddaa… Yonatan Birhanu Jun 6, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2018(FMC) - Misoomawwan koriidarii fi qarqara lageenii dabalatee pirojeektonni Ministira Muummee Dooktar Abiy Ahimadiin wixinamanii hojiirra oolaa jiran eegumsa…