Oduu biyya keessaa Kitaabileen kuma 100 ol gara dijitaalaatti jijjiiraman Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Mana Kitaabaa Abrihootitti kitaabileen kuma 100 ol gara dijitaalaatti jijjiiramuun namoonni bakka jiran ta’anii fayyadamuu akka danda’an taasifamuu…
Oduu biyya keessaa Hirmaattoonni leenjii marsaa 3ffaa pirojektoota garaagaraa daawwatan Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)-Hooggantoonni mootummaa mata duree “Idaarraa Gara Mindaatti” jedhuun giddugalootaa garaagaraatti marsaa 3ffaan leenji’aa jiran pirojektoota misoomaa…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Adam Faaraahiin durfamu Godaambaa Paartii Komunistii Magaalaa Shaangaay daawwatan Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)-Jilli Olaanaa Pireezidaantii Ittaanaa Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraahiin durfamu Godaambaa Paartii Komunistii Magaalaa Shaangaayitti argamu…
Ispoortii Fiigichi Guddichi 23ffaan gaggeeffame Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Dorgommiin Fiigicha Guddichaa Itiyoophiyaa 23ffaan gaggeeffame. Sirna jalqabsiisa dorgommichaarratti Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawudee, Kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Pireezidaantiin Itti Aanaa Kuubaa daawwannaaf Finfinnee galan Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Pireezidaantiin Itti Aanaa Kuubaa Salvaador Vaaldees Meessaa daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru. Salvaador Vaaldees Meessaa wayita Buufata Xiyyaaraa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen 78 Beeruutirraa gara biyyaatti deebi’an Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Beeruutitti deeggarsa Wajjira Qonsilaa Jeneraalaa Itiyoophiyaan gara biyyaatti akka deebi’aniif haala mijateen lammiileen 78 gara biyyaatti deebi’uun…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran daawwatan Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Piroojektoota misoomaa hojjetamaa jiran daawwataniiru. Giddu gala Geejjibaa Ammayyaa, Bakka…
Biiznasii Baankichi maamiltoota CBE Nuur waliin mari’ate Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Baankiin Daldala Itiyoophiyaa maamiltoota CBE Nuur waliin mari'ateera. Baankichi mata duree 'Abdii ifaa, boqonnaa bu'aa qabeessa' jedhuun kabaja CBE…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Adaamaatti Warshaan baasii Doolaara miiliyoona 14.5 oliin ijaarame eebbifamuun hojii eegale Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti Warshaan EZM jedhamu baasii Doolaara miiliyoona 14.5 oliin ijaarame eebbifamuun hojii eegaluu Korporeeshiniin Misooma Indaastirii…
Ispoortii Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta’uun filataman Sifen Megersa Nov 18, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 8, 2016 (FBC) - Pireezidaantii Buunyaa Itiyoophiyaa, Obbo Iyyaasuu Wasan Pireezidaantii Konfedereeshinii Buunyaa Afrikaa ta'uun filatamaniiru. Yaa'iin waliigalaa…