Oduu biyya keessaa Yaa’iin imaammata lafaa Afrikaa Finfinneetti taa’amuufi Sifen Megersa Nov 20, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Yaa’iin imaammata lafa Afrikaa 5ffaan boruu eegalee guyyoota 4’f Finfinneetti gaggeeffama jedhame. Yaa’iin kun mata duree “bulchiinsa lafaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Xilahuun Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Sooddoo fi naannawaa ishee waliin mari’atan Sifen Megersa Nov 20, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Kibba Itiyoophiyaa Obbo Xilahuun Kabbadaan jiraattoota Magaalaa Sooddoo fi naannawaa ishee waliin mari’atan. Naannoo fakkeenya…
Oduu biyya keessaa Diinagdeen naannichaa guddina qabatamaa agarsiisaa jira – Pir. Shimallis Sifen Megersa Nov 20, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 10, 2016 (FBC) – Diinagdeen naannoo Oromiyaa guddina qabatamaa agarsiisaa jira jedhan Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Qusannaa Galiifi…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Chaansilara Jarman waliin mari’atan Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Yaa’ii "G20 Compact with Africa (CwA)” gaggeeffamuun dura Chaansilara Jarman Olaaf Shoolzi waliin dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Hariiroon Itiyoophiyaa fi Kuubaa dhiigaan kan walitti hidhameedha Pireezidaantii Ittaanaa Kuubaa Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Daawwanaa hojiif Itiyoophiyaa kan jiran Pireezidaantiin Ittaanaa Kuubaa Saalvaadoor Antooniyoo Vaaldeez Addabaabaayii Michummaa Itiyoo-Kuubaatti ilillii…
Oduu biyya keessaa Godinaalee Iluu Abbaa Boorii fi Jimmaatti hojiileen misoomaa daawwataman Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Hoggantootni Mootummaa naannolee garagaraa magaalaa Mattuu fi Jimmaatti leenjii fudhachaa jiran daawwanaa muuxannoo waljijjiirraa hojilee misoomaa garagaraa…
Ispoortii Itiyoophiyaan Maalii 4 fi 0’n injifatte Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Gareen kubbaa Miilaa dubartoota Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii 20 gadii tapha har’a Maalii waliin taphateen 4 fi 0’n injifateera. Gareen Kubbaa Miilaa…
Oduu biyya keessaa Safuun qabeenya uumamaa kunuunsuu dagaaguu qaba-Pir. Shimallis Abdiisaa Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Safuun qabeenya uumamaa kunuunsuu dagaaguu qaba jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Pireezidaanti Shimallis, qabeenya…
Oduu biyya keessaa Irreechi Malkaa Alaaltuu Wanbaraatti kabajame Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Irreechi Malkaa Alaaltuu Godina Matakkal Aanaa Wambaraatti sirnoota garaagaraan kabajame. Sirna kabaja ayyaanichaarratti qondaaltonni mootummaa,…
Idil Addunyaa Dhimma Galaana Gurraachaarratti giddu seentummaa Ameerikaas ‘NATO’s akka hinbarbaanne Turki… Debela Tadesse Nov 19, 2023 0 Finfinnee, Sadaasa 9, 2016 (FBC)- Dhimma Galaana Gurraachaarratti giddu seentummaa Ameerikaas ta’e Dhaabbata Waadaa Waraanaa Atilaantikii Kaabaa (NATO) akka hinbarbaanne Turki beeksiste.…