Hawwattummaa fi mijaa’ummaa magaalaa dabaluun sagantaa Ashaaraa Magariisaa cimsa-Pir. Shimallis…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2016 (FBC)-Hawwattummaa fi mijaa’ummaa magaalaa dabaluun magaalaa magariisaa dhugoomsuu cinaatti, sagantaa ashaaraa magariisaa kan cimsuudha jedhan Pireezidaantiin…