Waaliyaawwan har’a gita isaanii Seeraaliyoon waliin ni taphatu
Finfinnee, Sadaasa 5, 2016 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirootaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa tapha gulaallii waancaa Addunyaa marsaa jalqabaa gita isaa Seeraaliyoon waliin har'a ni taphata.…