Oduu biyya keessaa Iraan tarbaayinoota gaazii 40 Raashiyaatti gurguruufi Debela Tadesse Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Iraan dandeettii isheen kan oomishte tarbaayinoota gaazii 40 Raashiyaatti gurguruuf waliigaltee kontiraataa mallatteesuun gabaafame. Yeroo ammaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaa humna namaa fi hidhannoon ammayyaa’e ijaaraa jirra – Dooktar Abrahaam Balaay Sifen Megersa Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) – Raayyaa humna namaa, hidhannoo fi yaadaan ammayyaa’e ijaaraa jirra jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Dooktar Abrahaam Balaay. Guyyaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Daayrektaroota Istaatistiksii Afrikaa 8ffaan gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Yaa’iin Daayrektaroota Istaatistiksii Afrikaa 8ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa Magaalota Naannoo Tigraay to’achuu itti fufe – TKM Debela Tadesse Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa haalaa yeroo ilaalchisee ibsa baaseera. Tajaajilichi ibsa baaseen Raayyaan Ittisa Biyyaa Magaalota Naannoo…
Oduu biyya keessaa Gamaaggamni gabaasa raawwii hojii naannoo Oromiyaa kurmaana 1ffaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC) – Gamaaggamni gabaasa raawwii hojii kurmaana 1ffaa mootummaa fi Paartii Badhaadhinaa naannoo Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Raayyaa Ittisa Biyyaa boru ni kabajama Ayana Dheressa Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015(FBC)- Guyyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa guyyaa boruu kabajamu sababeeffachuun agarsiisni suuraa mata duree “ Maddi Cimina Keenyaa Uummata keenya” jedhuun…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 36 Liibaanosii deebi’an Debela Tadesse Oct 24, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 14, 2015 (FBC)– Lammiileen Ityoophiyaa Liibaanositti rakkoo keessa turan 36 gara biyya isaaniitti deebi’aniiru. Lammiileen kunneen Liibaanositti rakkooleen…
Oduu biyya keessaa ”Ummanni goota hin qabne seenaa hin qabu”- Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa Sifen Megersa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015 (FBC) – "Ummanni goota hin qabne seenaa hin qabu"-jedhan Pireezedaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan. Waggaa 100ffaa Guyyaa…
Oduu biyya keessaa Hojii Waajjirri Giiftii Duree damee barnootaan akkasumas magaalotatti wabii nyaataa mirkaneessuuf… Ayana Dheressa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Hojii Waajjirri Giiftii Duree damee barnootaan akkasumas magaalotatti wabii nyaataa mirkaneessuuf hojjetu kan dinqisiifatamu ta’uu Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Sirni kabaja guyyaa dhaloota Birgaader Jeneraal Taaddasaa Birruu Waggaa 100’ffaan Magaalaa… Ayana Dheressa Oct 23, 2022 0 Finfinnee, Onkololeessa 13, 2015(FBC)- Sirni kabaja guyyaa dhaloota Birgaader Jeneraal Taaddasaa Birruu Waggaa 100’ffaan Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameera. Sirni kabaja guyyaa dhaloota…