Oduu biyya keessaa Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi Samaraa galan Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi naannoo Afaar magaalaa Samaraa galaniiru. Sulxaan Ahimad Aliimiiraahi wayita Samaraa ga'an Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Naannichatti qaala’iinsa gatii ittisuuf hojjetamaa jira – Obbo Musxafee Mahaammad Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Naannoo Somaaleetti qaala'iinsa gatii ittisuuf karoorri yeroo gabaabaa fi dheeraa qabamee hojjetamaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Musxafee…
Oduu biyya keessaa Hubachiisa Mootummaa Naannoo Oromiyaa irraa kenname Debela Tadesse Mar 12, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hongee mudate sababeeffachuun waamicha Mootummaan taasise hordofee namoota rakkoof saaxilamaniif deeggarsi kallattii garaa garaatiin…
Oduu biyya keessaa Loltoota duraanii jireenya idileetti deebisuuf ni hojjetama jedhame Sifen Megersa Mar 11, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Loltoota duraanii jireenya idileetti deebisuun nageenyaa fi guddina biyyaa keessatti gahee irraa eegamu akka bahan kan hojjetamu ta’uu Koreen teeknikaa…
Waajabila Faanaa Kitaabileen sagalee abbaa Kiyyaa fi Araarsituu jedhaman eebbifaman Sifen Megersa Mar 11, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Kitaabileen sagalee abbaa Kiyyaa fi Araarsituu jedhaman har'a Finfinnee Galma Aadaa Oromootti eebbifamaniiru. Kitaabileen kunneen barsiisaafi…
Oduu biyya keessaa Konkolaattoonni Baajaajii yeroo dhiyootti gara hojiitti ni deebi’u – BGMF Sifen Megersa Mar 11, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Konkolaattoonni Baajaajii yeroo dhiyootti gara hojiitti kan deebi'an ta'uu Biiroon Geejiibaa Magaalaa Finfinnee beeksise. Biirichi tajaajila…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen garaagaraa lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Mar 11, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa eegere, Hospitaala Yaaballoofi Yuunivarsiitiin Arbaamincii lammiilee Godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu…
Fayyaa Hospitaalli waliigalaa fi kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Adaamaa barattoota ogummaa garaagaraan… Sifen Megersa Mar 11, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Hospitaalli waliigalaa fi kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Adaamaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 283 marsaa 8ffaaf eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Qonna Arfaasaa fi Gannaa milkeessuuf qophiin barbaachisu hundi taasifame – BQO Sifen Megersa Mar 11, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Qonna Arfaasaa fi Gannaa bara 2015/16 milkeessuuf qophiin barbaachisu hundi taasifamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise. Leenjiin Paakejjii Guutuu…
Biiznasii Baatiwwan jahan darban turistoota biyya keessaafi alaarraa Birrii biiliyoonni 8.2 argame –… Sifen Megersa Mar 11, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Baatiwwan jahan darban turistoota biyya keessaafi alaarraa Birriin biiliyoonni 8.2 ol argamuu Komishiniin Turizimii Oromiyaa beeksiseera. Turistoota…