Magaalaa Hararitti balaan Ibiddaa mudate qabeenyarra miidhaa qaqqabsiise
Finfinnee, Qaammee 2, 2015 (FBC) – Magaalaa Harar iddoo Balbala Shawaa jedhamuun waamamutti balaa Ibiddaa mudateen qabeenyarra miidhaan qaqqabuu ibsameera.
Naannawaan kun lammiilee…