Naannichatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaan biqiltuuwwan miiliyoona 2 ol dhaabuuf karoorfamuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 17, 2015(FBC)- Naannoo Hararritti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara 2016 ‘n Biqiltuuwwan miiliyoona 2.8 dhaabuuf karoorfamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…