Daldala beeyladoota dhaabbii saffisiisuuf buufataaleen mirkaneessa fayyummaa shan ijaaramuufi
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)- Daldala beeyladoota dhaabbii Itiyoophiyaa saffisiisuuf buufataaleen tursiisaa fi mirkaneessa fayyummaa beeyladootaa shan ijaaramuuf ta’uu Ministeerri…