Biiznasii Baankiin Hiijiraa tajaajila Moobaayilaa haaraa beeksiise Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Baankiin Hiijiraa tajaajila Moobaayilaa haaraa ‘Ominii Pilaas’ jedhamu har’aa eegalee hojiirra oolchuu beeksiiseera. Fedhii maamiltootaa guutuuf…
Oduu biyya keessaa Mootummaan Naannoo Oromiyaa jiruufi jireenya hawaasaa jijjiiruuf hojiilee gurguddoo hojjechaa jira-… Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) –Jilli Itti Aanaa Pireezidaantii mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu dhiyeessi oomishaalee gabaa ayyaanaa kutaa magaalaa Furii…
Teeknooloojii Diijitaala Itiyoophiyaa dhugoomsuuf dhaabbileen qindoominaan akka hojjetan gaafatame Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Karoora Diijitaala Itiyoophiyaa 2025 dhugoomsuuf dhaabbileen qindoominaan akka hojjetan Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii gaafate. Waltajjiin…
Oduu biyya keessaa Naannoon Beenishaanguul Gumuz Yaa’ii barnootaa gaggeessa jira Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuz Yaa’ii barnootaa 25ffaa fi sosochii barnootaa bara 2016 gaggeessa jira. Yaa’icharratti Pireezidaantii naannichaa Obbo…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaa Bahaatti Piroojektoonni jallisii Birrii miiliyoona 590 oliin hojjetamaa turan… Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Godina Booranaa Bahaatti Piroojektoonni jallisii Birrii miiliyoona 590 oliin hojjetamaa turan xumuramuu Waajjirri Misooma Jallisii fi Horsiisee Bulaa…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa gabatee konkolaattootaa haaraa hojiirra oolche Sifen Megersa Sep 2, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 27, 2015 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa gabatee konkolaattootaa haaraa hojiirra oolchuu beeksiise. Lakkoofsi gabatee konkolaattootaa haaraan kun Hagayya 25, 2015 eegale…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa oomishaalee bu’uuraa ittisuuf hojjetamaa akka jiru ibsame Debela Tadesse Sep 1, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)-Simannaa Bara haaraa sababeeffachuun hanqinni dhiyeessii fi qaala’iinsa gatii oomishaalee bu’uuraa ittisuuf qindoominaan hojjetamaa jiraachuu Ministeerri…
Oduu biyya keessaa Qaamolee boora’uu nageenyaa Gaambeellaatti mudate keessatti hirmaatan hojiin itti gaafatamtoota… Debela Tadesse Sep 1, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Adeemsi qaamolee rakkoo nageenyaa Naannoo Gaambeellaatti mudatee turee keessatti hirmaatan seeratti dhiyeessuun itti gaafatamtoota tssisuu cimee kan itti…
Oduu biyya keessaa Galteewwan wal’aansa fi oomishaalee waraqaa oomisha biyya keessaan bakka buusuuf hojjetamaa jira Debela Tadesse Sep 1, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Galteewwan wal’aansaa fi oomishaalee waraqaa guutummaatti oomisha biyya keessaan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Indaastirii beeksise.…
Oduu biyya keessaa Sona Buna Itiyoophiyaarraatti dabaluuf dhaabbata Xaaliyaanii ‘Ilii Kaaffee’ waliin waliigalteen… Debela Tadesse Sep 1, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 26, 2015 (FBC)- Abbaan Taayitaa Bunaa fi Shaayii Itiyoophiyaa Bunarratti sona dabaluuf waliigaltee dandeessisu dhaabbata Xaaliyaanii ‘Ilii Kaaffee’ waliin mallateesse.…