Doolaara miiliyoona 3.5 ni argamsiisaan kan eegamu Avokaadoon gabaa biyya alaaf dhiyaateera-Pir.…
Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)-Galii Doolaara miiliyoona 3.5 argamsiisuuf yeroo jalqabaatiif Avokaadoon gabaa alaatti ergamuu Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan…