Waajabila Faanaa Sooressa abbaa karraa loon 800 horatan Sifen Megersa Aug 28, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Sooressa abbaa karraa loon 800 horatan. Hawaasni Oromoo jiruufi jireenya ofii kan gaggeessu maloota garagaraaatiin. Isaan keessaa…
Biiznasii Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 272 olitti tilmaamamu to’atame Sifen Megersa Aug 28, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2015 (FBC) – Hagayya12 – 18, 2015tti to’annoo fi hordoffii taasiifameen Meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 272 olitti tilmaamamu to’atamuu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Komaandi Postiin Labsii Yeroo Ariifachiisaa Naannoo Amaaraatti nageenya mirkaneessuuf hojiilee seera… Debela Tadesse Aug 27, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)- Qajeelchi waliigalaa Komaadipoostii labsii yeroo ariifachiisaa Naannoo Amaaraa naannichatti nageenya mirkaneessuuf hojiilee hojjetamaa jiran gamaaggameera.…
Fayyaa Pireezidaanti Saahlawarqi hawaasni qaroo ijaa arjoomuun lammiileef ifa akka ta’u waamicha… Debela Tadesse Aug 27, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)- Pireezdaantiin FDRI Saahlawarqi Zawudeen lammiileen qaroo ija isaanii arjoomuun namoota biroof ifa akka ta’an waamicha dhiyeessaniiru. Pireezidaanti…
Idil Addunyaa Pireezidaantiin Zimbaabuwee irraa deebiin filaman Debela Tadesse Aug 27, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)- Filannoo Pireezidaantummaa Zimbaabuweetti gaggeeffameen marsaa 2ffaaf Pireezidaantiin biyyattii Emersan Minaangaaguwaan injifachuu Koomishiniin Filannoo…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Paarkii Shonkoree marsaan jalqabaa 2016 xumurama jedhame Debela Tadesse Aug 27, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)- Pirojektiin bakka bashannanaa daa'immanii fi dargaggootaa Paarkii Shonkoree marsaan jaqabaa bara 2016’tti ni xumurama jedhame. Magaalaa Jimmaatti…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy miseensota eegumsa Rippaabilikaanii daawwatan Debela Tadesse Aug 27, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad leenjii eegumsaarra kan turan miseensota eegdota Rippaabilikaanii daawwataniiru. Leenjichis ijaarsa…
Oduu biyya keessaa Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa har’a xumurama Debela Tadesse Aug 27, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Hangaarii Buudaapestitti gaggeeffamaa kan jiru Shaampiyoonaan Atileetiksii Addunyaa 19ffaan har’a galgala dorgommiiwwan gaggeefamaniin xumurama. Galgalaa…
Oduu biyya keessaa Addaan citee kan ture mariin gamsadee Hidhaa Haaromsaa Kaariyootti eegale Debela Tadesse Aug 27, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Addaan citee kan ture mariin gamsadee Hidhaa Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa guyyaa har'aa Ijibti Kaariyootti eegaleera. Mariin gamsadee kun kanaan dura…
Oduu biyya keessaa Bu’aa qabeesummaa damee leenjii ogummaa fi teekinikaaf hojjetamaa jira-Aadde Mufaariyaat… Debela Tadesse Aug 27, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 21, 2015 (FBC)-Dameen leenjii ogummaa fi teekinikaaf riqicha beekumsaa fi ogummaa walquunnamsiisu waan ta'eef bu'aa qabeessummaa damichaaf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri…