Oduu biyya keessaa Furmaanni rakkoo Oromoo marii qofa ta’uu ibsame Sifen Megersa Aug 26, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Waltajjiin rakkoo Oromoo mariin furuu irratti xiyyeeffate Finfinnee Hoteela Ilillitti taa’amaa jira. Waltajjichi mata duree” Ijaarsa sirna tokkummaa…
Oduu biyya keessaa Kolleejjiin Poolii Teeknika Bishooftuu fi Kolleejjiin BLTO Duukam leenjifamtoota ogummaa garaagaraan… Sifen Megersa Aug 26, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Kolleejjiin Poolii Teeknika Bishooftuu fi Kolleejjiin BLTO Duukam leenjifamtoota ogummaa garaagaraan leenjisaa turan kuma 1 fi 794 eebbisiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy injifannoo fiigicha Maaraatooniin argame hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsan Sifen Megersa Aug 26, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad injifannoo fiigicha Maaraatooniin argame hordofee ergaa baga gammaddanii dabarsaniiru. Atileetota…
Ispoortii Itiyoophiyaan Fiigicha Maaraatooniin meedaaliyaa Warqee fi Meetii argatte Sifen Megersa Aug 26, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 20, 2015 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa har’a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa 1ffaa – 2ffaa ba’uun xumuraniiru. Atleet Amaanee…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan miseensa ‘BRICS’ ta’uun dhaga’amtummaa ishee dabaluuf gumaacha-Amb.… Debela Tadesse Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Itiyoophiyaa Miseensaa biyyoota ‘BRICS’ ta’uun walta’iinsaalee diinagdee bal’isuu bira darbee waltajjiilee addunyaarratti dhaga’amtummaan ishee akka…
Oduu biyya keessaa Qabxiin qormaata kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa ifoome Debela Tadesse Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Qabxiin qormaata biyyaalessaa kutaa 8ffaa bara 2015 Naannoo Oromiyaa ifoomeera. Biiroon Barnootaa Oromiyaa akka beeksisetti barattoonni bara 2015…
Oduu biyya keessaa Obbo Araggaa Kabbadaa Pireezidaantii Naannoo Amaaraa ta’uun muudaman Debela Tadesse Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)-Manni Maree Naannoo Amaaraa yaa’ii ariifachiisa har’a gaggeesseen haala nageenyaa naannicharrattii mari'ateera. Haaluma kanaan, gaaffii aangoo gadi…
Oduu biyya keessaa Hojjettoota Itiyoo Teelekoom yakka raawwatan to’ataman Debela Tadesse Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)-Hojjettoota Itiyoo Telekoom baatirii waliingahiinsa neetiwoorkiif tajaajilu hatan jedhamanii fi yakkicha keessatti kanneen hirmaatan to’annoo jala oolfaman.…
Idil Addunyaa Dhiyeenyatti gabaan dhiyeessii humnaa to’annoo miseensota ‘BRICS’ jala oola jedhame Debela Tadesse Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC)- Gabaan dhiyeessii humnaa Addunyaa dhiyeenyaatti to’annoo biyyoota miseensota ‘BRICS’ jala akka oolu qorannoon tokko ifoomse. Garichi dhiyeenyatti…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee misoomaa fi bulchiinsa gaarii furuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama – Indashaawu Xaasow Sifen Megersa Aug 25, 2023 0 Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Rakkoolee misoomaa fi bulchiinsa gaarii naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa furuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa…