Daldaltoota hojii seeraan alaarratti bobba’aan kuma 395 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Hagayya 19, 2015 (FBC) – Bara baajataa darbe keessa daldaltoota kuma 395 fi 154 daldala seeraan alaa irratti bobba’anii argamanirratti tarkaanfiin fudhatamuu Ministeerri Daldalaa…