Idil Addunyaa Dooniiwwan sadii Ulaa Hoormuuz irratti haleelaman Ayana Dheressa Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Dooniiwwan sadii ulaa Hoormuuz irratti haleelamuun gabaafameera. Giddugalli Oppireeshinii Daldala Galaanarraa Ingiliz dooniiwwan sadeen keessaa tokko…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Giddugala Tokkoo Socho’aan tajaajila gara uummataatti dhiyeessa- Kantiibaa Adaanech… Ayana Dheressa Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Tajaajilli Giddugala Tokkoo Socho’aan (Mobile Service) Masoob tajaajiloonni gara uummataatti akka dhiyaatan carraa uuma jedhan kantiibaan magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 54ffaa guyyaa har’aa gaggeesseen dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera. Manni marichaa…
Oduu biyya keessaa Kenniinsa tajaajilaa biyyaalessaa irratti jijjiirama bu’uuraa barbaachisa- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Ebla 14, 2018(FMC)- Kenniinsa tajaajilaa biyyaalessaa irratti jijjiirama bu’uuraa barbaachisa jedhan Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad. Ministirri Muummee Dooktar…
Oduu biyya keessaa Miidiyaaleen ijaarsa seenessa Waloo irratti xiyyeeffannoodhaan akka hojjetan waamichi dhiyaate Yonatan Birhanu Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Eebila 14, 2018 (FMC) - Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itoophiyaa, miidiyaaleen adeemsa ijaarsa biyyaa cimsuu fi seenessa waloo irratti xiyyeeffannoodhaan akka hojjetan waamicha…
Teeknooloojii Inisheetiivii Diijitaala Itiyoophiyaa milkaa’ina galmeessise… Ayana Dheressa Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Ministirri Pilannii fi Misoomaa Doktar Fitsum Asaffaa gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii dhiyeessaniin, inishatiivii Diijitaala Itiyoophiyaatiin…
Ispoortii Chelsiin injifatamuu itti fufe Yonatan Birhanu Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018(FMC) - Sagantaa taphaa pirimer Liigii Ingilaandi torbee 34ffaan Cheelsiin Biraayitaniin injifatameera. Tapha halkan sa'aatii 4 irratti taphatameen Biraayitan…
Ispoortii Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa murteewwan garaa garaa dabarsuun… Yonatan Birhanu Apr 22, 2026 0 Finfinnee, Eebila 13, 2018 (FMC) - Walga’iin Idilee 29ffaan Federeeshinii Atleetiksii Itoophiyaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture murteewwan garaa garaa dabarsuun xumurameera. Murteewwan…
Oduu biyya keessaa Hojiilee riifoormii waggoottan jijjiiramaa darban keessa hojjetaman bu’aa fidaniiru – Dooktar… Yonatan Birhanu Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 14, 2018(FMC)- Hojiilee riifoormii waggoottan jijjiiramaa darban keessa hojjetaman bu’aa fidaniiru jedhan Ministirri Karooraa fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaa. Gabaasni…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaafi Baangilaadish walta’iinsa isaanii caalaatti cimsuuf waliigalan Yonatan Birhanu Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Eebila 13, 2018 (FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiyoos Ministira Dhimma Alaa Baangilaadish Doktar Kaliilur Raahmaan waliin mari’ataniiru. Ministiroonni…