Oduu biyya keessaa Kaabineen Magaalichaa murtoowwan garaagaraa dabarse Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Walga’ii idilee 10ffaa waggaa 5ffaa har’a taa’een dhimmoota garaagaraarratti mari’achuun murtoo dabarseera.…
Oduu biyya keessaa Hojiin qooda Waldaaleen Hojii Gamtaa guddina diinagdee keessatti qaban guddisu hojjetameera- Dooktar… Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Waggoottan jijjiiramaa darban keessa hojiin qooda Waldaaleen Hojii Gamtaa guddina diinagdee keessatti qaban guddisu hojjetameera jedhan Waajjira Ministira…
Biiznasii Maamiltoonni baankii lakkoofsa herregaa isaanii hanga Caamsaa 6’tti ‘Faayidaa’ waliin akka walitti… Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Baankiin Biyyaalessaa Itiyoophiyaa maamiltoonni baankii hundaa lakkoofsa herregaa isaanii hanga Caamsaa 6, 2018’tti ‘Faayidaa’ waliin akka walitti hidhan…
Oduu biyya keessaa Namoota karaa seeraan ala biyyaa bahaafi seenaa turan kuma 10 olirratti tarkaanfiin seeraa fudhatame Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Tajaajilli Lammummaafi Immigireeshinii baatiiwwan 9 darban keessa namoota karaa seeraan alaa osoo biyyaa bahanuufi seenanuu qabaman kuma 10 olirratti…
Biiznasii Daandiin Qilleensichaa xiyyaarota Diriimlaayinarii 6 bituufi Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa xiyaarota ammayyaa Diriimlaayinarii Booyiingi 787-9 jaha bituuf dhaabbata Booyiingi waliin waliigaltee mallatteesse.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa waliin Mari’tan Tsehay Guluma Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Komishinara Walta’iinsa Idil Addunyaa Gamtaa Awurooppaa Jooseef Sikaalaa waliin mari’ataniiru. Dooktar Abiy…
Oduu biyya keessaa Faransaay fi Itiyoophiyaan tumsa qaban cimsuuf waliigalan Ayana Dheressa Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaafi Faransaay tumsa diinagdee qaban cimsuuf waliigalaniiru. Ministirri Maallaqaa obbo Ahimad Shideen Walga’ii Baankii Addunyaafi Dhaabbata…
Ispoortii Tapha Piriimer Liigii Itiyoophiyaan har’a Qiddus Giyoorgis Magaalaa Adaamaa waliin ni taphata Tsehay Guluma Apr 21, 2026 0 Finfinnee, Ebla 13, 2018 (FMC) – Tapha CBE Piriimer Liigii Itiyoophiyaa torbee 28ffaan Qiddus Giyoorgis Magaalaa Adaamaa waliin Istaadiyeemii Finfinneetti ni taphatu Guyyaa sa’aatii 9:00…
Idil Addunyaa Marii shakkisiisaa Ameerikaa fi Iraan Yonatan Birhanu Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Eebila 12, 2018 (FMC) - Waraana Giddu-galeessa Bahaa dhaabuuf mariin marsaa lammaffaa Ameerikaa fi Iraan Paakistaan keessatti geggeeffama jedhame hanga ammaatti gaggeeffamuu isaa…
Oduu biyya keessaa Itoophiyaa fi Ostiriyaan Jijjiirama Qilleensaa fi Galmoota Misooma Waaraa irratti Tumsa Isaanii… Yonatan Birhanu Apr 20, 2026 0 Finfinnee, Eebila 12, 2018 (FMC)- Itoophiyaa fi Ostiriyaan stiriyaan dhimmoota jijjiirama qilleensaa fi galmoota misooma waaraa (SDGs) irratti waliin hojjechuuf walii galteerra gahaniiru.…