Sadarkaa Federaalaatti galiin Birrii Tiiriliyoona 1.1 walitti qabame- Aadde Ayinaalem Nugusee
Finfinnee, Ebla 15, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Galiiwwanii Aadde Ayinaalem Nuguseen baatiiwwan saglan darban galiin Sadarkaa Federaalaa Birriin Tiiriliyonni 1.1 walitti qabameera…