Ispoortii Liivarpuul Kiristaal Paalaasiin injifate Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingiliz torbee 34ffaan dirree isaa Anfildi irratti Kiristaal Paalaas waliin kan taphate Liivarpuul galchii 3 fi 1 injifateera. Tapha…
Oduu biyya keessaa Warshaalee inarjii Paarkii Indaastirii Hawaasaa keessatti eebbisiifaman… Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa warshaalee inarjii Paarkii Indaastirii Hawaasaa keessatti ijaaraman eebbisaniiru. Warshaalee…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad warshaalee garaagaraa eebbisiisan Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad naannoo Sidaamaatti warshaalee garaagaraa eebbisiisaniiru. Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad ergaa…
Oduu biyya keessaa Filannoon mariisistoota Yaa’ii marii biyyaalessaa xumuramaa jira- Komishinicha Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Komishiniin Marii Biyyaalessaa Itiyoophiyaa filannoon namoota Yaa’ii marii biyyaalessaa irratti mariisisanii xumuramaa jira jedhe. Komishinichi ulaagaalee…
Idil Addunyaa Iraan tajaajila balallii sababa waraanaan addaan cite ture eegalchiiste Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Iraan tajaajila balallii sababa waraana Ameerikaa- Israa’el fi Iraaniin addaan cite ture eegalchiiste. Guyyaa har’aa buufanni xiyyaaraa idil-addunyaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii lammiilee kuma 20 ol fayyadamoo taasisu eegalchiisan Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen ijaarsa manneenii lammiilee kuma 20 ol fayyadamoo taasisu eegalchiisaniiru. Aadde…
Oduu biyya keessaa Pirezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Keer Maayaardiitiif gaggeessaan godhame Ayana Dheressa Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Pirezdaantii Sudaan Kibbaa Saalvaa Keer Maayaardiitiif gaggeessaa godhaniiru. Pirezdaanti Saalvaa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Ispoortii, Barnootaa fi Leenjii Raas Haayiluu bu’uuraalee misoomaa guuttachuun… Tsehay Guluma Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC)- Kaantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen giddugala Ispoortii, Barnootaa fi Leenjii Raas Haayiluu bu'uuraalee misoomaa guuttatee…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa dameewwan lamaan badhaafame Tsehay Guluma Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa badhaasa 'Cargo Land Excellence' irratti dameewwan lamaan badhaafame. Daandiin qilleensichaa sirna badhaasaa magaalaa…
Ispoortii Arseenaal Dursummaa Liigichaa deebifachuuf… Tsehay Guluma Apr 25, 2026 0 Finfinnee, Ebla 17, 2018 (FMC)- Tapha Pirimeer liigii Ingiliiz torbee 34ffaan Arseenaal dirree isaa irratti galgala sa’aatii 1:30 irratti Niwukaasil Yuunayitiid ni keessummeessa.…