Oduu biyya keessaa Shakkamtoonni sharafa alaa irratti shiran 112 to’ataman Ayana Dheressa Nov 10, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2018(FMC) - Shakkamtoonni karaa qindaa’aa ta’een sharafa alaa irratti shiran 112 to’ataman. Tajaajilli Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa Faanaa Dijiitaaliif akka…
Oduu biyya keessaa Carraa gara fuulduraa Itiyoophiyaa murteessuuf mareen biyyaalessaa meeshaa olaanaadha –… Sifen Megersa Nov 10, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) – Carraa gara fuulduraa Itiyoophiyaa murteessuuf mareen biyyaalessaa meeshaa olaanaadha jedhe Komishiniin Maree Biyyaalessaa. Seenessa qeenxee rakkoo ijoo…
Oduu biyya keessaa Qorataa Seenaa Pirofeesar Laaphisoo Geetaahun Delleeboo… Yonatan Birhanu Nov 10, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) - Pirofeesar Laaphisoo G.Delleeboo abbaa isaanii Delleeboo Shallamoo fi haadha isaanii Ashuuree Dakagguu irraa Caamsaa 1930 godina Hadiyyaa akkaataa…
Fayyaa Ministeerichi Appilikeeshinii bilbilaa fayyummaa koo jedhu hojiirra oolche Sifen Megersa Nov 10, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa1, 2018 (FMC) – Ministeerri Fayyaa Appilikeeshinii bilbilaa fayyummaa koo jedhu akka biyyaatti yeroo jalqabaaf hojiirra oolche jedhe. Bara 2030tti karoora tajaajila…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin imaammata lafaa Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Nov 10, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2018(FMC)- Yaa’iin imaammata lafaa Afrikaa 6ffaan guyyaa har’aa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera. Yaa’icharratti biyyoota Afrikaafi dhaabbilee idil-addunyaa…
Oduu biyya keessaa Itiyoophiyaan muuxannoo misooma qamadii irratti galmeessiste naannawichatti babal’isuuf kutannoo… Ayana Dheressa Nov 10, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan muuxannoo misooma qamadii irratti galmeessiste naannawichatti babal’isuuf kutannoo qabdi jedhe Ministeerri Qonnaa. Waltajjiin qooda…
Oduu biyya keessaa Lammiilee hedduun gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti ce’aniiru- Ministeericha Ayana Dheressa Nov 10, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2018(FMC)- Hojii lammiilee sarara hiyyummaan gadii keessaa baasuuf hojjetameen lammiilee hedduun gargaaramtummaarraa gara oomishtummaatti ce’aniiru jedhe Ministeerri…
Teeknooloojii Gareen Itiyoo Injiinaringi ce’umsa tekinooloojii cimsuun sharafa alaa hambisaa jira Yonatan Birhanu Nov 10, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) - Gareen Itiyoo Injiinaringi tekinooloojiiwwan ammayyaa kan biyya keessaan bakka buusuun sharafa alaa baraaraa akka jiru Hoji raawwachiisaan garichaa…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaan Itiyoophiyaan naannawichatti qabdu guddachaa jira – Imbaasii Chaayinaa Sifen Megersa Nov 10, 2025 0 Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan waltajjii hundagaleessarratti hirmaannaa cimaa taasiftuun dhiibbaan naannawichatti qabdu guddachaa jira jedhan Itiyoophiyaatti Dhimma…
Ispoortii Maanchiister Siitii 3 – 0 Liiverpuul Sifen Megersa Nov 9, 2025 0 Finfinnee, Onkololeessa 30, 2018 (FMC) – Morkii cimaan torbee 11ffaa olaantummaa Maanchiister Siitiin xumurame. Maanchiister Siitiin galchii 3 fi 0'n Liiverpuul injifachuun sadarkaa isaa…