Oduu biyya keessaa Pilaat foormiin viiziiti Itiyoophiyaa jedhamu ifoome Sifen Megersa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Qabeenya Tuurizimii Itiyoophiyaan qabdu beeksisuu fi dhaadhessuuf kan oolu Pilaat foormiin mandhaleen 'viiziiti' Itiyoophiyaa jedhamu ifoomeera. Pilaat…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii BRICS irratti diinagdee dandamataa ijaaruuf tumsi barbaachisaa ta’uun hubachiifameera-… Ayana Dheressa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Pilaaniifi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan Yaa’ii BRICS 17ffaa irratti diinagdee dandamataa ijaaruuf tumsi barbaachisaa ta'uun…
Oduu biyya keessaa Guddinni diinagdee Itiyoophiyaan galmeessite Afrikaanoota guddina caaluuf onnachiisa –… Sifen Megersa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Koomooroos Azaalii Asumaaniin guddinni diinagdee Itiyoophiyaan galmeessite Afrikaanoota guddina caaluuf onnachiisa jedhan.…
Biiznasii Oromiyaatti sosochiin sassabbii galii gibiraa bara 2018 eegalame Sifen Megersa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Naannoo Oromiyaatti sosochiin sassabbii galii gibiraa bara 2018 eegalameera. Haaluma kanaan bulchiinsa magaalaa Adaamaatti bara 2018 galii gibiraa…
Oduu biyya keessaa Buufanni xiyyaaraa Teeppii hojii eegale Ayana Dheressa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Buufanni xiyyaaraa xiqqaan Teeppii waggoota dheeraa booda guyyaa har’aa irra deebiin tajaajila kennuu eegaleera. Ministirri Ministeera Geejjibaafi…
Oduu biyya keessaa Hojiin sagantaa Ashaaraa Magariisaa eegumsa biyyoo fi Bishaaniin walitti hidhuu bal’inaan hojjetamaa… Ayana Dheressa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) –Hojiin eegumsa biyyoo fi Bishaanii waqtii Bonaa hojjetamaa ture sagantaa Ashaaraa Magariisaan walitti hidhuun bal’inaan hojjetamaa jira. Ministirri…
Oduu biyya keessaa Hirkattummaa hambisuun lammiilee rakkoolee adda addaaf saaxilaman humna ofiin deeggaruun dhimma… Sifen Megersa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Hirkattummaa hambisuun lammiilee rakkoolee garaagaraaf saaxilaman humna ofiin deeggaruun dhimma birmadummaati jedhan Pireezidaantiin FDRI Taayyee…
Oduu biyya keessaa Barattoonni Saayinsii Hawaasaa qormaata xumura kutaa 12ffaa fudhachaa jiru Yonatan Birhanu Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa barattoonni Saayinsii Hawaasaa kumni 200 fi kumni 99 qormaata xumuraa kutaa 12ffaa fudhachaa jiraachuu hime.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin biqiltuu dhaaban Ayana Dheressa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa har’aa hojjettoota Waajjira Ministira Muummee waliin biqiltuu dhaabaniiru. Ministirri Muummee…
Ispoortii Morkii Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taasifamu Sifen Megersa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa kilaboota addunyaan taphni har’a Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taphatamu ni eegama. Dorgommiin haala qilleensaa…