Ispoortii Morkii Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taasifamu Sifen Megersa Jul 8, 2025 0 Finfinnee, Adoolessa 1, 2017 (FMC) – Tapha walakkaa xumuraa waancaa kilaboota addunyaan taphni har’a Cheelsii fi Filuumineensee gidduutti taphatamu ni eegama. Dorgommiin haala qilleensaa…
Ispoortii Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabe Sifen Megersa Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Lammiin Kirooshiyaa taphataan duraanii Baarseloonaa Ivaan Raakiitiich tapha Kubbaa Miilaa dhaabuu beeksise. Taphataan sarara gidduu duraanii…
Oduu biyya keessaa Yaa’ii BRICS cinatti mariin hariiroo biyyoota garaagaraa waliin jiru cimsan gaggeeffamaniiru –… Tsehay Guluma Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 30, 2017(FMC) - Yaa’ii BRICS cinatti hoggantoota biyyoota garaagaraa waliin mariwwan gamlamee hariiroo biyyootaa cimsan gaggeeffamaniiru jedhan Ministirri Ministeera…
Oduu biyya keessaa Aanaa Gursumitti balaa tiraafikaan lubbuun namoota 6 darbe Tsehay Guluma Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC)- Godina Harargee Bahaa Aanaa Gursumitti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe. Balaan kun konkolaataan deddeebisaa uummataa aanaa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin BRICS gama hundaan milkaa’aa ture- Dooktar Laggasaa Tulluu Tsehay Guluma Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 30, 2017(FMC) - Yaa’iin BRICS fi hirmaannaan Itiyoophiyaagama hundaan milkaa’aa ture jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun.…
Oduu biyya keessaa Humni guddaan misooma sochoosu humna waloo, tajaajila lammummaa fi hirmaannaa uummataa ti – Obbo… Yonatan Birhanu Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajii 30, 2017(FMC) - Piroojektoonni misoomaa adda addaa birrii Biliyoona 20 Olitti shallagamuun magaalota Adaamaa fi Aggaarootti ijaaramaa turan eebbifamuun tajaaila…
Oduu biyya keessaa Mul’anni keenya Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane dhaloota Afrikaa ijaaru horachuudha – Obbo… Ayana Dheressa Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Mul’anni keenya carraa hojii hirmaachisaa babal’isuun Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane dhaloota Afrikaa ijaaru horachuudha jedhan Ministirri Muummee…
Biiznasii Ce’umsi Interpiraayizootaa bu’ura Indaastirii fi Badhaadhinaati – BCHUOO Sifen Megersa Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Ce'umsi Interpiraayizootaa bu'ura Indaastirii fi Badhaadhinaati jedhe Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa. Biirichi Interpiraayizoota…
Oduu biyya keessaa Hojiilee Tajaajila Lammummaan bu’aaleen guguddoon argaman- BBO Tsehay Guluma Jul 7, 2025 0 Finfinnee Waxabajjii 30, 2017 (FMC) - Waggoottan jijjiiramaa darban hojiilee tajaajila lammummaa hojjetamaniin bu’aa gugudoon argame jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa. Naannoo Oromiyaatti…
Idil Addunyaa Lakkoofsi namoota balaa lolaa Teeksaasin du’anii 82 qaqqabe Ayana Dheressa Jul 7, 2025 0 Finfinnee, Waxabajjii 30, 2017 (FMC) – Lakkoofsi namoota balaa lolaa Ameerikaa bulchiinsa Teeksaasitti mudateen du'anii 82 qaqqabeera. Namoota lubbuun darban keessaa 28 daa’imman ta’uun…