Yuunivarsiitiin Salaalee gorsa seeraa fi tajaajila abukaatoo bilisaan nuuf kennuun isaa haqa keenya…
Finfinnee, Waxabajjii 25, 2017 (FMC) – Yuunivarsiitiin Salaalee tajaajila gorsa seeraa fi abukaatoo bilisaan nuuf kennuun isaa haqa keenya akka argannu nu gargaare jedhan jiraattoonni Godina…