Riifoormiin booda maallaqni kuufamaan Itiyoophiyaa dachaa 10 oliin guddate.- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2018 (FMC) – Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaaffii fi yaada miseensota Mana Maree Bakka Bu’uuta ummataarraa ka’aniif deebii fi ibsa kennaa jiru.…